Guutoo Giddaatti
News

Guutoo Giddaatti poolisoonni lama ajjeefaman

November 5, 2018

Guutoo Giddaatti poolisoonni lama ajjeefaman (bbc) —Godina Wallagga Bahaa aanaa Guutuu Giddaatti dhukaasa banameen poolisootni Oromiyaa lama ajjeefamuun namni biraa tokko madaa’e. Manneetiin qonnaan bulaa naanicha gubachaa jiraachuus jiraattotni naannichaa BBC’n dubbise himaniiru. Kaleessa ganama [Read More]