FINFINNEE
News

Miillii Fi Daandiin hundumtuu gara FINFINNEETTI ABO!!!!!

September 6, 2018

Miillii Fi Daandiin hundumtuu gara FINFINNEETTI🅰️🅱️🅾️ Qeerroon Bilisummaa Oromoo magaalaa Naqamteef Shaambuu simanaa hogantoota ABO Finfinnee handhuura Oromiyaatti taasifamu irratti argamuudhaaf adeemsaa miilaa KM 331 kan ta’u eegalaniiru. Qeerroon Qeerransa Torban dhufu daandiin hunduu gara [Read More]