Oromoo
News

Uummanni Oromoo Baalee Gobbaan haala hamtuu keessa jiru. Foolisiin haala kanaa itti dhukaasaa turte

July 22, 2018

Uummanni Oromoo Baalee Gobbaan haala hamtuu keessa jiru. Foolisiin haala kanaa itti dhukaasaa turte DINAA OROMOO #OPDO DHA!Kun Hojjii #OPDO_TPLF ilaaali.WAKE UP Oromo gowwaa OPDO! #Guyyaa_tokkotti: -maqaa #liyyuu_poolisii_Somaaleetiin >#Bordoddeetti nama #2, -maqaa #saba_amaaraatiin #Gobbaatti agaaziidhaan nama #10 -maqaa WBO sakattaanaatiin #lixa_Oromiyaatti nama #4 ajjeesnaan maarree ummata [Read More]

Tokko
News

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee

July 22, 2018

Tokko Hin Tollee Budaan Lakkuu Dhaltee Damee Boruu tin, Adoolessa 21, 2018 OPDOn jalqabaa kaasee humna halgaan ijaaramuu fi walaba ijaarsaa dhabuu irraa kan ka’e Uummata Oromoo fi warra ijaaree ittiin deemu biratti kabajaa gahaa [Read More]

SBO
Radio

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 22, 2018

July 22, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 22, 2018 SBO: Adoolessa 22, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi Ajjeechaa Magaalaa Najjoo Keessatti Obbo Geetachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaalchisuun Gabaasa Radion VOA Afaan Oromoo Adoolessa 19,2018 [Read More]