LAGGASAA WAGII
News

SEENAA GABAABAA GOOTICHA OROMOO JAAL LAGGASAA WAGII

June 29, 2018

SEENAA GABAABAA GOOTICHA OROMOO JAAL LAGGASAA WAGII Gootichi Oromoo jaal Laggasaa Wagii Abbaa isaanii Obbo Wagii meettaa fi haadha isaanii aadde Buzunash Ayyaanaa irraa Bara 1965 lixa shawaa koonyaa mannaa Aanaa meettaa roobii,SHINOO ganda kuyyuu [Read More]