
Wal dhaba daangaa Oromiyaatii fi Somaaleetiin Oromoo kuma 600 olitti
Wal dhaba daangaa Oromiyaatii fi Somaaleetiin Oromoo kuma 600 olitti baqate– waldaan Oromoo Kamise midhaan makiinaa hedduutiin dhufeef WASHINGTON,DC — (voaafaanoromoo) —Akka gabaasa Biiroo Koominikeeshiiniin Oromiyaa Sadaasaa 14,baaseetti wal dhaba kanaan Oromoo 603,933 baqate. Kana [Read More]