
OMN: Fadisitti weerartoonni 5 ajeefaman.
OMN: Fadisitti weerartoonni 5 ajeefaman. (Harargee bahaa, Oromiyaa, Sadas 8,2017) Humni addaa poolisii naannoo Somaalee jiraattota Godina Harargee bahaa aanaa Fadis araddaalee Ererii, Lafee Bobbaasaa fi Bidibooraa keessatti lola geggeessaniin jiraattota irraa namoonni lama wareegamuun [Read More]