
Gaaffii fi deebiin haadha warraa Dr.Haylee Fidaa
Gaaffii fi deebiin haadha warraa Dr. Haylee Fidaa Aadde Bernaadeet waliin godhame kun yaadannoo bara 2010 keessa na naqe. Yeroo san kitaaba seenaa nama guddaa kanaa tokko eegan dubbisee booda akka inni ilmaan lama qabu [Read More]