Breaking News:

15170919_10102703946047243_6129120725628045636_n

TPLF  has sunk to a new low. They severely beat and arrested singer Falmata Rorro in Dire Dhawa. As many of you know Falmta is blind and critically ill for months. Yet this did not prevent Agazi soldiers from knocking down his door, beating him so severely that they had to carry him to their truck as he passed out. Beating and arresting a blind and sick man is new low even for TPLF. Although Falamta is known for his mesmerizing resistance songs, he doesn’t sing any more as his health and living condition do not permit him.
===========
Wallisaa Oromoo beekamaan Falmataa Roorroo, Dirree Dhawaa keessatti akka malee tumame hidhamuun beekame. Falmtaan nama ijaan hin agarree ta’uu namuu ni beeka. Sanirraan erga dhibamee manatti galee bubbulee jira. Haalli isaa kun garuu bineensa Wayyaanee jalaa isa hin baafne. Loltoonni Agaazii hulaa itti cabsanii akka malee erga tumanii gaggabsanii booda baadhatanii makiinaa irratti darbanii hidhaa geessanii jiru.

FB