ፍንፍኔ ዩኒቨርሲቲ በአማራ ክልል ያሉ የኦሮሞ ልጆች ላይ እየደረሰ ያለውን ዘር ተኮር ጥቃት በመቃወም ሰላማዊ ጥያቄ እያቀረቡ ነው ይህንን ተከትሎ ፖሊሶች “ዶርሙን እየሰበሩ እየገቡብን ነው።” ብለዋል ተማሪዎቹ።

Above Single Post

ፍንፍኔ ዩኒቨርሲቲ በአማራ ክልል ያሉ የኦሮሞ ልጆች ላይ እየደረሰ ያለውን ዘር ተኮር ጥቃት በመቃወም ሰላማዊ ጥያቄ እያቀረቡ ነው ይህንን ተከትሎ ፖሊሶች “ዶርሙን እየሰበሩ እየገቡብን ነው።” ብለዋል ተማሪዎቹ።

Via: Ermyas Ermyas


ሰላማዊ ጥያቄ እያቀረቡ የነበሩ የፍንፍኔ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ከየዶርሙ እየታፈሱ ነው

Baratoota Yuunvarsiitii Finfinnee irraa hidhaman baayyinni isaani gara nama 50 olii akka tahe dhageenye,isaan keessa maqaan ijoollota muraasaa:-

1#Obsaa Abdiisaa,
2#Abrahaam,
3#Isqeel Abarraa,
4#Amantii Fiqiruu,
5#Kaffaalee,
6#Dassaaleny Biraanuu,
7#Olaanaa Gammachuu,
8#Dabalaa,
9#Lalisaa Tolaa,
10#Muluu,
11#Boontuu,
12#Dabalaa Dassaaleny,
13#Girmaa Gulummaa,
14#Waariyoo,
15#Gulummaa Kaffaalee,
16#Darajjee Kumarraa,
17#Guutaa Haabtaamuu,
18#Dirribaa Tolosaa fi kanneen maqaan isaani nubira hin gahin yeroo tiqqo booda adda baafannee dhufna,akkasuma haala isaan keessa jiraniifi akkata itti isaan mana hidhaa diinaa khana keessa itti bahan kara dandahamee hundaan tattaaffi godhaatuma jirra, oromoonni hundi waan danddeeesan hundaan barattoota kheeenya kan miidhamaa jiru hundaaf sagalee haa taanufin dhaamsa oromummaati

Mohammednur Guye

Bara ABOn ijaarame, warri “Ihapa” gaaffii Oromoo jallisuuf waan danda’an maraan hojajchaa turan; qawweenis yaalaniiru. Qabsaa’onni Oromoo kutattoonni garuu falmaan irra aanan; Oromoo fi Oromiyaa dhabama oolchan; gaaffilee Oromoo hedduus irraa jalaan argamsiisaa dhufan. Habashooni garuu kufanis, gaaddisa Oromoo jala adeemuu hin dhaabne; fala barbaaduus hin dhiifne.

Har’a Afaan Oromoon dahatanii maqaa EPP moggaafatanii dhufan. EPPn dhaaba duraan EPRP jedhamu, kan amma maqaa EZEMA jedhee dibbee reebaa jiru keessa dhokatanii Oromoo fi Oromiyaa balleessaafu hojajchaa jiru.
Abadan Oromoo fi Oromiyaan lamuu mooraa cunqursaa fi ukkaamsa akeessatti hin deebi’an!!
EPRPn R of keessaa gattee, EPP taatee dhihaatte!! Akkuma kaleessaa san ammas Oromiyaa keessatti hin milkooftu!
ABO qabannee, Bilisummaa keenya guutummaatti dhogoomfachuuf jabaannee ni hojjanna!!
Karaan keenya dhugaan ABO dha; ABOn ni injifata!!

Dábessá Gemelal

Dimokiraasii Abdatame: Didhaalee fi Egeree Keenya

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.