ግድቡ የኔ ነው?”ቡራዩ የኔ ነው፣ ሱሉልታ የኔ ነው፣ ኮዬ ፈጬ የኔ ነው፣ ሃዋሳ የኔ ነው፣ ፊንፊኔ የኔ ነው፣”

ግድቡ የኔ ነው?
“ቡራዩ የኔ ነው፣ ሱሉልታ የኔ ነው፣ ኮዬ ፈጬ የኔ ነው፣ ሃዋሳ የኔ ነው፣ ፊንፊኔ የኔ ነው፣” ወዘተ ማለት ነውር በሆነበት አገር፣ የአባይ ግድብ የኔ ነው ማለት እንዴት ይቻላል?

ለምንስ ይባላል?

“Xaanaan keenya” (“ጣና የኛ ነው”)፣ ብለን ያተረፍነው ምንድነው?

1. በግ7/ኢዜማ አስተባባሪነት የተፈጸመ ጅምላ ጭፍጨፋ፣

2. በኦሮሞ የንግድ ተቋማትና ትምህርት ቤቶች ላይ ያነጣጠረ የንብረት ማውደም፣

3. በሚዲያ ደቦ ተሰባስቦ፣ ኦሮሞን፣ ቄሮን፣ እና የኦሮሞ ድርጅቶችንና መሪዎችን ስም ማጠልሸት፣

4. ኦሮሞ ወደ ከተማው እንዳይገባ፣ የገባውም በከተማው ውስጥ እንዳይኖር፣ የሚደረግበት መገፋት፣

5. በየከተማው ገዳይ ቡድን አስታትቆ (ለምሳሌ፣ ሳተናውን) ሰላማዊ ዜጎች ላይ ሽብር መፈጸም፣

6. በሕገወጥ የመሬት ወረራ፣ በተጭበረበረ ግዢና በኢንቨስትመንት ኪራይ (investment leases) አሳብቦ ኦሮሞን ከመሬቱ መንቀል፣

7. በቤተክርስቲያን (እና በኦሮሚያ ብቻ በልዩ ሁኔታ በሚወርዱ ታቦቶች) ሽፋን የሚስፋፋ የመሬት ነጠቃ፣

8. የአብይ የደላላ ‘መንግሥት’ ሥር ተኮልኩሎ በሚደረግ ሴራ፣ በኦሮሞ ሕዝብ ላይ ጦር በማዝመት መንግሥታዊ ሽብር መፈጸም፣

9. ወዘተ

እንደነበር የምንረሳው ይመስላቸዋል?

የራሴ ቀዬ የራሴ ሳይሆን፣ የአባይ ግድብ የኔ ሊሆን አይችልም።

እነግራችኋለሁ፦ግድቡ የእኔ አይደለም። ግድቡ የኛ አይደለም።

No, it is not my dam. It is not ours. IT IS NOT!

Even if it is, Abiy & co have sold it, not us.

ግድባችሁን ከሸጠው መሪያችሁ ጠይቁ።

#Not_my_Dam#Not_our_dam#እነ_ሁሉ_የኛ_no_thanks#ዝግሞ_ሁላ!

Tsegaye Ararssa

“የሲዳማ ክልል ሆኖ በይፋ የስልጣን ርክክብ መደረጉን አስመልክቶ ከዶ/ር ጸጋዬ አራርሳ ጋር የተደርገ ልዪ ቆይታ”


የፊንፊኔ ጉዳይ
(By Birhanu Olana Dirbaba)

ጀዋር መሃመድ የፊንፊኔን ጉዳይ ከምርጫው በኋላ እንመለስበታለን እያለ ነው፡፡

ፊንፊኔ ግን እንኳን ልትመለስ ሌሎችንም የኦሮሚያ አካባቢዎች እየጠቀለለች ወደሌላኛው ጎረቤት ክልል የመቀላቀል ጉዞዋን በብርሃን ፍጥነት እየገሰገሰች ነው፡፡ ብዙሃን የኦሮሞ ወጣቶች የተሰውበት ማስተርፕላን በተሳለጠ ሁኔታ ያለምንም ኮሽታ ተግባራዊ እየሆነ ነው፡፡ ዕድሜ ለነፍጠ-ብልጥግ-ዜማ፡፡ ወዳጃችን Jaal ጀዋር መሀመድ ጉዳዩን ያየህበት መንገድ ሰላማዊ የፖለቲካ ሽግግር እንዲኖር ስለመሆኑ ባያጠያይቅም፣ የፊንፊኔ ሁኔታ ጅብ ከሄደ ውሻ ጮሀ የሚሆንበት ደረጃ ላይ መድረሱን ጠቆም ሳላደርግ ማለፉ አልሆነልኝም፡፡


Uummatni Oromoo itti-gala biyyoolessaa ifaa ta’e (a clear national goal) qaba. Innis mul’ata mirga abbaa biyyummaati. Kaayyoowwan qabsoo uummatichaa marti isa kana irraa waraabamu. Inni kun erga Oromoon bara ammayyaa keessa sadarkaa biyyaatti wal ijaaree ba’ee jijjiiramee hinbeeku, hamma galma ga’uttis jijjiiramuu hindanda’u. Waldorgommii, falmii, morkii, takka takkas waldhiibbachuun hunoota mooraa qabsoo Oromoo gaaddisa itti-gala biyyoolessaa kana jalatti adeemsifaa ba’e, boris akkasuma. Itti-gala kanaa ala kan ba’e yaada Oromoon ala deema waan ta’eef diina jennee waamuu dandeenya. Itti-galli biyyoolessaa kun kan abbaan barbaade fedhii dhuunfaa fi dheebuu aangoo argachuu irraa ka’ee akka barbaadetti jijjiiru miti; tasumaa hindanda’amu.

Itti-gala biyyoolessaa kana fardii wal yaadachiisuu dhiisuun keenya akka waan uummatni Oromoo qulqullina yaadaa hinqabnee fakkaatee yartuu afaan nutti bansiiseera. Kaleessa gaafa ganda diinaa adeemtu akka waan Oromoon dhimma manaa ba’eef hinbeeknee ‘gaaffiin Oromoo deebi’eera, Oromiyaan bilisoomteetti,’ jechaa numa keessaa ol kaatee utuma beektuu sirna Nafxanyummaa Itiyoophiyaa nutti leellisaa baatee yeroo barbaadde immoo keessuma baatee ‘Abiy abbaa-hirree Mangistuu darbarsu ta’uu qaba’ jettee addababa’iitti mul’ata Nafxanyaa tarkaanfachiisaa baatee gaafa inni ati utubaa baate sitti garagalee kaballaadhaan ija sidiimesse as deebitee ‘kun mootummaa Nafxanyaati, diigamuu qaba’ jettee nutti hinboo’in.

Oromoo gandaan wal nyaachisaa baatee sabboonaa Oromoo fakkaattee hinxirqanin, hingadoodin. Sirumaa qaanii dhabdee ‘mul’ata hinqabnu’ jettee uummata guddaa kana hinxinneessin. Kan mul’ata hinqabne si’i malee uummata Oromoo miti, paartilee Oromoos miti. Hojiin atii fi fakkaattonnikee hojjettan wareegama uummata keenyaa bishaan nyaachisee Oromoon ammas deebi’ee akka qee’ee isaa irratti du’u, akka manni irratti gubamu, akka qee’ee irraa buqqa’u taasisee jira. Kun akkasiin osoo jiruu Oromoo gantee ganda itti galtee gaafa ari’amtu akka laayyootti hulluuqxee mooraa Oromoo seenuu hindandeessu, kun wareegamtootaa fi qabsaa’ota Oromoo hundaaf arrabsoodha; seenaa qabsoo Oromoofis fafa. Oromoon waan qabsaa’aa ba’eef, har’as kan qabsaa’aa jiruuf qulqullina yaadaa qaba. Qabsoon Oromoo safartuu qaba; waan biyyi irraa fudhatameef burjaaja’aa sitti hinfakkaatin. Kanaaf, balleesse jettee gaafa yaadde ani dhimmoota kana, kana irratti itti-gala biyyoolessaa uummata kiyyaa ganee balleessaa akkasii hojjedheera jedhii ifatti dhiifama gaafadhu. Lakki ani homaa balleessaa hinqabu jettee kan amantu yoo ta’e afaan qabadhuu taa’i, ‘Oromoon mul’ata hinqabu’ hinjedhin. Birhanemeskel Abebe Segni tiif.

~by Etana Habte.


Warri Amaarenyaa dubbisuu beeytan”maaljetti waan tun?