ጉደር : አብይ አህመድ ኮልኮሌዎቹን ሰላይ ተብዬዎቹን አደብ ካላስገዛ መንገዱ ብቻ ሳይሆን ቤተመንግስቱም ገና ይዘጋል።

Above Single Post

#ጉደር
አብይ አህመድ ኮልኮሌዎቹን ሰላይ ተብዬዎቹን አደብ ካላስገዛ መንገዱ ብቻ ሳይሆን ቤተመንግስቱም ገና ይዘጋል።

የመንግስት ሰላይ ናቸው በተባሉት ግለሰቦች አንድ የጉደር ከተማ ወጣት ላይ በወሰዱት ህገወጥ እርምጃ ህዝቡ ወደመንገድ መውጣት ችሏል።

Mathewos T. Debela

OMN: Oduu (Hagayya 25, 2019)

Magaalaan Gudar rakkoo keessa akka jirtu himamaa jira.karaan guddaan gara Lixaa geessu addaan citee jira. Gaaffiin ummataa hanguma lafa irra harkifamu shirri addaa addaa ummata gara qabsoot akka deebisu mootummaan beekuu qaba.
Oduu dabalataaf
Gumaa Saqeta

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Gochaa opdo itti qeerroo abdi kutatee jiraa.
Viva Qeerroo Gudar sosobaa fi gomsaan opdo hanga yoomti? Itti muddii


YEROON #ODP-f KENNAME XUMURAMUU ISAA!!

#Gudar ka’eraa irraa hin hafinaa; Daandii Gudar guyyaa har’a akkasitti oolee

Gudar abba biyyuumaa deebifachuuf sirna EPRDF irratti mormii dhoose.

Deebiin mormii kanaa sirna haaraa kan mataa ofii kan wareegamtootaa sana gadi dhabuun gudunfata.

#ODPn diina dhaaba Oromoo jaalatamaa #ABO ta’ee, diina #WBO isa seenaf eenyuumma keenya tiksuu ta’ee, diina #Afaan_Oromoo ta’ee, diina #Saboonumma Oromoo ta’ee Oromiyaa bulchuuf hin ayyamnuuf. Yeroon isaaf kennammes akkasumaan qisaasa’e!

Amma yeroon yeroo kaan dullaan, kaan qawween Oromiyaaf of kennuudha.

#Qeerroo akka #WBO mirgaan galaa!

#WBO akka #Qeerroo mirgaan galaa!


OBN Hagayya 19, 2011 – Pireezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa eebba Hospitaala Sandaafaa irratti argamun ergaa dabarsan.

Filannoof

ንጹሕ ህሊና፣ ጽዱ ልቦና

‘ንጹሕ ህሊና፣ ጽዱ ልቦና’ በሚል ርዕሰ ከጠ/ሚር ዐቢይ አሕመድ ጋር የተደረገ ዉይይት::


#INJIFAANNOO ZOONII KIBBAA ITTI FUFERA.
Godina Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Boruu Gandaa Haroo Garrii waranaa mottuummaa Fashistii woyyannee . Kan Opdon hogganamuu manaa Ummaata Gubaa turee irratti Wbo Abdii Saba Tarkaanfii fudhateera loltuu fashiisti 8 Ajjesse. 2 Madoo tasiiseeraa. Namaa 2 jiraa qabeeraa .
Meeshaa bayyee waaliin galii godheera Wbon Gaachana Oromoo .
Kun waan qabatamati.
IUOf Gadaa Gadaa XG.ሚሚ ጎበና

Below Single Post