ድምፅና ሚዲያ አልባው የጉሙዝ ህዝብ በየቦታው እንደ እባብ ተቀጥቅጦ ይገደላል። #JusiceforGumuzupeople ለማለት ሰው መሆን ብቻ በቂ ነው።

ድምፅና ሚዲያ አልባው የጉሙዝ ህዝብ በየቦታው እንደ እባብ ተቀጥቅጦ ይገደላል።

#JusiceforGumuzupeople ለማለት ሰው መሆን ብቻ በቂ ነው።


This is the screenshot of another very gruesome video. I could not post it here. It is very graphic and violent. It is another video showing how the ethnic Amhara youth vigilante locally known as “Fano”, as you could see in the pictures, pulls out a young ethnic minority Gumuz man from a local taxi,and brutally kills him. The Amhara supremacist regime in Addis Ababa is the direct sponsors of these unending genocide and ethnic cleansing wars “Fano and Amhara Special Forces” are conducting throughout Ethiopia, including in Tigray and Oromia. Unless, other ethnic groups get organized and defend themselves, there is little hope that this genocide and ethnic cleansing will stop. Ethiopia is on the verge of an all out “people to people” civil war!


– ተመልከቱ የአማራ ክልል እንስሶች በጉሙዝ ላይ የሚፈፅሙትን የአረመኔነት ተግባር!
Credit

Temesgen Gemechu
#gumuzgenocide


Immoral Society!
Gareen Fannoo ofiin jettu tun Gumuz tokko isaayyuu dhukkubsata ajjeesuuf namni 100 ol yeroo rebiicha gaggesaanidha qanyii tokko malee. Torbee 2 duraa Oromoo Walloo Ambulansi kessa badaani diddirani ajjeesan. Arras Gumuz tokko ajjeesuuf iddoo Chiggani jedhamu kanatti gochaa bineensummaa irraa deebiyan. Gochii kun yeroo rawwaatamu mootummaan achii hin jiru moo nii jiran? Waan tokko garuu nama kuun hundii “Balaw, mita” kaa jedhu malee, “Dhiisa” kaa jedhu jirachu dhabuun hawaasni sun hamiile kaan hin qabne fi Alnamuusummaa gadheedhan kaan ijaarame tahu ibsa. Hawaasa akkasii qabna jechun nama qanfaachisa. Yoo yadaatan tahe Oromiyaa kessati nama kamiirattiyu yoo rakkoon umaamuf jedhu hawaasuma Oromoo saantu waabii nageenya tahafi turee. Garuu gochaan kun sanyuummaan biyyii walirrati bobbaahee daraanu akka waal madeesufi godhama jira.
 
Saniin dubaa ajaanda dhokaata jira. Waan sabaa jedhama seeran dhorgiine Ethiopia leexaa tane waliin jiranna projecti jedhu suuta suuta recognize godhuf waan hojjaatama jirudha. Hubaadha kaan ajjeesus isaanii kaan vidiyo waraabe tamsaasus isaanii kayyoo qaban waan tahef. Gumuz tokkicha yeroo ajjeesan vidiyo facaasan, Amaarri Gumuz jiru ammas akka haleelamufi. Mootummaan diraama kana dafe yoo dhabsiisu baate gochii walfixxinsaa akka Rwanda akka dhufu shakkiin hin jiru. Bineensa kanaf yeroo kennuu hin barbaachisu.

በአፋርና በሱማሊ ጦርነት ጀርባ የተደበቀው አደገኛ የሀገር ጉድ |ፍሬ ከናፍር |ክፍል1