ደባርቅ ዩንቨርስቲ ላይ እየሆነ ያለው ነገር ከቁጥጥር እየወጣ ነው፡፡በፋኖ እና በአብን ልዩ ሀይል ለጊዜው ቁጡሩ ያልታወቀ በርካታ የኦሮሞ ተማሪዎች ተለይቶ ተገድሏል! ባለቤት ያጣ ህዝብ ያሳዝናል!!

Above Single Post

ደባርቅ ዩንቨርስቲ ላይ እየሆነ ያለው ነገር ከቁጥጥር እየወጣ ነው፡፡በፋኖ እና በአብን ልዩ ሀይል ለጊዜው ቁጡሩ ያልታወቀ በርካታ የኦሮሞ ተማሪዎች ተለይቶ ተገድሏል! ባለቤት ያጣ ህዝብ ያሳዝናል!!

Dereje Begi


DOCTOR tsagaayee araarsaa. Redy for FINFINNEE Mayor….ፀጋዬ አራርሳ (PHD)

በተጨማሪም ቀጣዩ የአዲስ አበባ ከንቲባ እንደሚሆን ይጠበቃል ::


AFAAN OROMOO dabalatee , afaanota SHAN afaan federaalaa goona jechi jedhu fudhatama hin qabu.
Sababbiin isaas Saba OROMOO malee, saba biroo kamtuu gaafii kana gaafatee..?
Barnoonni biroo hafee afaan SHAN qofa biyya guutuu keessatti akkamitti barsiifamaa???
Kana kan godhaniif uummatni biyyaa guutuun barachuu hin dandeenyuu nurraa dhaabbatee afaan AMHAARIFFAA qofa haa nuuf ta’u akka jedhamuuf qofaa kan yaaddamee labsamuuf jiruudha.
EPPn badiif jarjaraa jirti…

Mohammednur Guye

Siraj T Seid

EPP’n Yaada afaan 4 yokaan 5 afaan federalaa haa ta’uu jedhu fidee gadiin ba’uu isaa argina. Kuni akkuma dur baratamee ummata ittiin sobuuf malee, ummataaf yaadamee miti. EPP’n akkuma maqaa jijjiirate as ba’e, kaayyoo isaa galmaan ga’uuf tarsimoo baafatee socho’aa jira.

Afaan Oromo afaan hojii federalaa haa ta’u jedhee kan gaafate ummata Oromoo qofa, garuu EPP’n collectively walitti qabee Afaan afur yokaan 5 goona jechuun isaa kuni ummata Oromoo burjaajessee akka Oromoon gaafii kaasee ummata waliin jiraannu kan biraa wajjiin wal dhabsiisuuf deemu ifa gala. ODP’N gaafii ummata Oromoo deebisuuf dandeettii kan qabu silaa ta’e duraan dursee Finfinnee bulchiinsa Oromiyaa jalatti deebise, sana booda immoo afaan hojii magaalaa Finfinnee afaan Oromo waan ta’uuf, dirqama afaanichi gara afaan hojii federalaatti ol guddata jechuudha.
Nama foon beeku sombaan hin soban akkuma Oromoon je’e, yaa ODP soba keessan dhiisaa yoo hojjattan ummataaf hojjadhaa. Yokaan karaa irraa goraa abbaan biyyaa sitti lafaa ka’ee jiraa.

#JM2020


#Mettu_University (Inbox)

“Waraanii Mootummaa Biyyaa bulchuu mooraa Yuuniversiiti Mattuu keessati prisedant Yuuniversiiticha doorsiisa geessiisan. Qaamni Nafxaanya of keessa qabu kakaasuun fonqoolcha gochuuf yaadan. President Yuuniversiiti Mattuu quuqama waan qabuf ijoollee Oromoo hin keennu ana lubbuu koo keennu naf wayya jedha. Sabboonnummaa akkana Dr. kana irra hubadhe. Sii wajjiin Jirra Dr. Keenya! Garee MB irra.”

 

OMN: Haala Yeroo Oromiyaa (Sad. 18 2019 )

Below Single Post

1 Comment

  1. Well, this substance has just blown up my thoughts!
    So many intriguing facts and crucial instances that I’m astonished and extremely
    satisfied with the data you give us. The subject is burning too, so
    I indicate I’ll read it twice. Last but not least is I can share this information with buddies
    of mine and get their pleasure from the specified material also.
    Allow such info be!

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.