Site icon Kichuu

ደራርቱ ትላንት ሽልማት ላይ ዛሬ ሰልፍ ላይ ናት አሸብር የተባለ ነቀርሳ የኦሎፒክ ኮሚቴውን እየበጠበጠ የውሸት የተጨበረበረ ምርጫ በማድረግ

ደራርቱ
ደራርቱ ትላንት ሽልማት ላይ ዛሬ ሰልፍ ላይ ናት
አሸብር የተባለ ነቀርሳ የኦሎፒክ ኮሚቴውን እየበጠበጠ የውሸት የተጨበረበረ ምርጫ በማድረግ
#Breaking
Naannoo Amaaraa Magaalaa Chaaginii jedhamtutti Midhaan nyaataa buqqaatota Naannoo Beenshangul Gumuz kanneen magaalaa kana qubatanii jiraniif deeggarsaan walitti qabamee Man-kuushaa keessa ture kan Kuntaala 7000 ol ta’u guyyaa har’aa Magaazena wajjiin gubatee jira jedhan jiraattonni.Kan ibiddaan gubes qaamota jibbansa Ummata Beenshangul irraa qabanii fi Leelliftoota sirna duriiti jedhan.
Odeeffannoo biraatiin Godina Matakkal Aanaa Dibaaxetti hidhattoonni Gumuz Manguddoota 2 kanneen maqaan isaanii Hundarraa Bayaam fi Ingidaa jedhaman guyyaa kana rasaasaan ajjeesuun loon isaanii saaamanii deeman jedhan maddeen.
#Abiy_Ahmed_is_a_war_criminal #AbiyMustGo #followMe
Ajaahib Jimaa Tooboo

Jabaadhuu waal jabeessii jabeefaadhuu hidhadhuu mudhiikee mulliissii kayoo kee naasissii dinaakee

Exit mobile version