ይሄ ድሬደዋ ላይ ትላንት ለተሰዉ የቀብር ስነ ስርዓት ነዉ:: “አገር ሰላም ነዉ” አሉ የአብይ ሚዲያዎች
“No dictator has a healthy mind because only a sick mind can be a dictator!”
―
Waraannii Mummee ministeera yeroo hundaa waa’ee harmee isaa haasa’uun gaggeefamu , haadholi kuno akkasitti qawwee dhan fixaa jira.
Dhiiga qulqulloota dhangala’ee hin hafu.
“እናቴ እናቴ “ ብሎ ሲያወራ በሚዉል ጠቅላይ ሚኒስቴር የሚመራ ጦር እናቶችን እንዲህ እየፈጀ ነው::
የንፁሃን ደም ይፋረድሀል::
Muudama gidduu kanarratti miseensota mana maree magaalaa Finfinnee gidduutti jeequmsatu ture. Namichi suuraa irratti mul’atu kun Takele Uumaatiin ‘G**llaa’ jedhe jedhan miseensonni wal tajjicharra turan.
_
Yoo of kabajchiisuu dhiiste akkasittiin si xiqqeessu!