ይሄ በህዝብ ሲያዝ ፖሊስ ነኝ ፖሊስ ነኝ እያለ ሢለምን የነበረው ሲቪል መስሎ ቦምብ ለመጣል ሢያደባ የታየዘና እውነትም ፖሊስ ሆኖ ተገኝቷል ያውም ዋና ኤኒስፔክተር

ይሄ በህዝብ ሲያዝ ፖሊስ ነኝ ፖሊስ ነኝ እያለ ሢለምን የነበረው ሲቪል መስሎ ቦምብ ለመጣል ሢያደባ የታየዘና እውነትም ፖሊስ ሆኖ ተገኝቷል ያውም ዋና ኤኒስፔክተር  ህዝብ የሰላም ባለቤት ነው

የቀን ጅብ ግልገሎች በዙሪያው አሉ !

አብይ ከፓሊስ እስከ ደህንነት መስሪያቤት
እንዲሁም የግል ጠባቂዋቹን ጨምሮ
ከስሩ ማስወገድ ይጠበቅበታል

 


Balaa Boombii shororkeessuummaa uummata nagaa irratti raawwatame hordofuun Ittia’aanaan Komishinara Polisii Magaalaa Finfinnee Girmaa Kaasaa ari’ame.
==================================
Girma Kassa, Deputy Commisioner of Addis Ababa Police has been fired following today’s incident. Clean the house! #ተባረረ


Mucaan argiitaan Kun goota, warraa boombii darbaan Kan qabee keessa tokko.

Warrii boombii darbaan Kan uffaata maraata dhufatan saani.

Kan biyya baase immoo boombii isaa lammaaffaa yoo darbuu jedhaani boorsaa ishee keessa baasuf jettuu harkaati qabaani dha.

Boombii hedduu waliin qabamaan.

Ammaa yeroon Wayyaanee paartii shororkeessummaa ta’e ittii galma’uu gahee jira.


Hujiin Qeerroon arr’a balaa guddaan akka hin geenyef hoojjate waan hedduu nama gammachiisaatti. Qeerroon teessan oluma jabaadhaa!!


#TPLF : ይህንን መረጃ ልብ አርጉ ያዙልኝ:: አሁን ከፌስቡ ላይ አንስቶታል:: ቦንቡ F-1 መሆኑን እንዴት ሊያውቅ ቻለ?

የወያኔ ቃል አቀባይ የሆነው ዳንዔል ብርሃኔ ፖሊስ በመስቀል አደባባይ የደረሰውን የቦንብ ፍንዳት እየተጣራ ባለበት ሁኔታ የቦንቡን አይነት ና የተቀመጠበትን ቦታ ነግሮናል .. እሄን እንዴት ሊውቅ ቻለ ጥያቄይ ነው??

ከ FB ላይ የለጠፈውን ፖስት በፍጥነት አጥፍቶታል!

Natnael Mokonnen


Balaa Boombii Finfinneetti dhaqqabe ilaachisee dhaamsa Abbaa Gadaa Bayyanaa Sambatoo fi Waldaa Waaqeffannaa Oromoo Idil Addunyaa-Norway

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.