የኦነግ ባንዲራ በመላው የኦሮሚያ ክልል ውስጥ እንዳትዙ ሲባል ሰምተን ነበር

የኦነግ ባንዲራ በመላው የኦሮሚያ ክልል ውስጥ እንዳትዙ ሲባል ሰምተን ነበር ግን ነገሩ አንዱ ነው የኦነግን ባንዱራ በውጭ አገር ውስጥ ለገዘብ መለመኛ ብቻ ማዋል ነፃነት ይሆን?

Via: Chali Ensermu Beyene

«Gargaarsa lammiitu lammiif birmata»
Ummata oromoo MADDA WAKAABUU liyyuu poolisin qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqisteef Magaalan Dodolaa, Roobe(garee haarawa) fi gandooti aanaa madda walaabuu Gannaalee Malkaa ciraa, Daannisa, Biddiimoo fi Warree tis gargaarsa gochuuf yeroo dhufan simannaa ummataa.”


Ilmaan Oromoo Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu Araddaa Ejeretti Badii Tokko Malee Guyyaa Kaleessaa 5, 11, 2017 Waraana Makalakayaatiin Ajjeefaman.1, Huseen Haajii Muhammed 2,Rashad Ahmed Galamsoo Kan Madaaye Nama Sulxaan Jedhamuudha.

 

Via: Adem Misoma


Kaleessa Tapha kubbaa miilaa kilabii Faasil fi Walwaaloo jiddutti magaalaa Adigiraatitti godhamerratti,Deeggartootni walwaaloo Deeggartoota Faasil Haala kanaan gaggeessan.
Biyya kanatti kubbaadhaaniis Olaantummaan kan Tigree tahuu yoo baate tanaatu simudata.
Dhiigni obboleeyyan keenya Amaaraa dhiiga keenya!
Konfodereshiniin Kubbaa miilaa Walwaloorratti Tarkaanffi hatattammaa fudhachuu qaba.