የኦሮሞ ወንድሞቻችን የሲዳማን ዘመን መለወጫ ፍቼ ጫምባላላ በዓልን በሀዋሳ

የኦሮሞ ወንድሞቻችን የሲዳማን ዘመን መለወጫ ፍቼ ጫምባላላ በዓልን በሀዋሳ አድምቀዉታል።
ኤጄቶ

የፊቼ ጫምባላላ በዓልን ለመታደም ከተለያዩ አከባቢዎች የመጡ የእስልምና እምነት ተከታዮች በአንድነት ሰላት ሲሰግዱ!!

Laal qaccee
Alamuu qiixxeessa
Caalaa Bultume mootii
Warra Jalduu

ኦሮሞ (ቄሮ)፣ ሀዲያ (ካቤራ)፣ ሀላባ (ዞባሃ)፣ አፋር፣ ሱማሌ፣ ካንባታ፣ ላደረጋቹልን ትብብር አናመሰግናለን እግዜር ይስጥልን፡
የጫምባላላ በኣል በሰላም ተጠናቀቀ፡፡

Oromo (Kero), the Lord of the dea (Kabera), afar, Somali, kanbata, and thank you, for all of us who have been given to us.
The Annual Holiday of Saint George.

Ejjeetto Sidama Affairs ESA


OMN: Tamsaasa Kallattii Kabaja Ayyaaana Fiichee Cambalaalaa Magaalaa Hawaasaa irraa (Caamsaa 30, 2019)
የፊቼ ጫምባላላ ክብረበዓል፣ ቀጥታ ስርጭት ከአዋሳ ( May 31, 2019 )

ታላቁ የምስራቅ አፍርካና የአለማችን የፖለቲካ ተንታኝ አክቲቪስት እንዲሁም የኦሮሚያ ሚዲያ ኔትዎርክ መስራች እና ዋና ዳይሬክተር የሆነው ህብረ ብሔራዊው ፌደራሊዝም ጀዋር መሐመድ እንኩዋን ለሲዳማ አዲስ ዘመን መለዋወጫ ለፊቼ ጨንበላላ በዓል በሰላም አደረሰክ🙏🙏


Now this

“Breaking news”
Madda Qabatamaa irraa Dhaamsa Ariifachiisaa amma nu qaqabeen Waraanni Mootummaa yeroo ammaa humna bosona jiru irratti labsii shororkeessummaa labsuun guyyaa muraasa gidduutti xiyyaaraan bakka Waraanni Wbo jira jedhamu mara Keemikaala addaafi reebicha Boombiifi tooftaa garaagaraa fayyadamuun Wbo yeroo muraasa gidduutti balleessuuf murtoo akka dabarsu oduun icciitii nu qaqabee jira. Naannoo G/Q/W/D/dolloo, Qeebbee, Gidaamii, jimmaa horroo, Qellem, Giraayii, Qaaqqee, Najjoo, mandii, Gullisoo, laaloo assaabii, Garjeeda, Begii fi iddoowwan hedduuti Lolli yeroo ammaa labsamaa jiru lola cimaadha. Innis waraana Lafoofi xiyyaaraan dabalatee keemikaala summii ta’efi naannoo faaluu fayyadamuun Wbo barbadeessuuf karoora cimaa baafachuun Mootummaan Odp kaate jirti. Dhugaan Lafa irraa badee hin beeku, Wbon dhugaaf falmaa jira. Waraanni Wbo Miindaan kaffalameefi miti kan lolaa jiru, haqa badde daangaa sarbamte kabachiifachuuf malee, kanaaf kanaan duras yaalii gurguddoo taasisanus Wbo balleessuu hin dandeenye. Ammas hin danda’ani. Wbon kallattii jiru hundaan tooftaa beeku mara fayyadamuun Ofirraa ittisuuf humna ga’aa qaba.

Uummatni keenya naannoo lolli kun itti xiyyeefatamee jiru jiraattan of Eeggannoo cimaa akka gootan isiniin jenna. Dabalataan Guyyoota muraasaa asitti karoora Jarri kun baafattee sochotu icitii hunda isin beesisuuf hordoffii keenya nii jabeesina. Uummatni keenya dirqama Oromummaa isin irra jiru ba’uuf Uummata keenya Odeeffannoon kun hin qaqqabneef share gochuun lubbuu lammiikee du’a oolchi. Uummatni keenya kallattii hundaan jirtan karoora baafame kana callisaanii ilaaluun gaarummaa hin qabaatu. Uummataf yaaduun dirqamadha mootummaan karoora baafate kana akka hin raawwanneef ga’een artistotaaf Aktivistotaa baayyee murteessaa waan ta’eef namootni dhiibbaa geggeessuu dandeessan adaraa hin callisiinaa. Yoo Callifatan garuu Seenaan isin gaafatti Qabsoo hadhooftuu amma nu Eegatu kana booda bilisummaa Guddaan akka jiru hin shakkinaa. Injifannoon Galuun baranuma.
“Bari’uuf yeroo ka’u dukkanni nii hammaata.”
Jabaadhaa Lammiiko

Via: Maammee Caffee

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.