የኦሮሞ ነፃነት ግንባር በአሁኑ ወቅት ከኢትዮጵያ መንግሥትና ከኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት ጋር በአገርቷ

የኦሮሞ ነፃነት ግንባር በአሁኑ ወቅት ከኢትዮጵያ መንግሥትና ከኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት ጋር በአገርቷ ውስጥ ሠላም በማስከበሩና በመልካም አስተዳደር እንዲሁም ለወደፊቱ ዲሞኪራሳዊ ህደት እንዲሁም በልዩ ልዩ ኦሮሚያ ክልል ግጭቶችና የዜጎች መፈናቃል ላይ ይነጋገራሉ ተብሎ ይጠበቃል።
ይህ ውይይት ብዙ ነገሮችን እንደሚያከትትም እንጠብቃለን። ማካተትም የሚገቡ ነገሮች በጥቅቱ:-
1 ስለሠራዊቱ
2 ከእሥር የተፈቱ ዜጎችን ስለመልሶ ማቋቋም እና ከሥራ ገበታቸው ተወስዶ በእሥር ቤት ብዙ ዘመናትን ዛሬ ለተገኘው ለውጥ ዋጋ የከፈሉ ሰዎች ያለ ምንም ቅድመ ሁኔታ ወደ ዱሮ ሥራቸው እንድመለሱ። ከዩንቬርስትዎችና ኮለጆች ተወስደ የታሠሩ ተማሪዎች ወደ ትምህርት ገበታቸው እንዲመለሱ።
3 እስከ አሁን ድረስ የት እንደ ደረሱ የማይታወቁ ግለሰቦች ሁኔታ ከሞቱ ለቤተሰቦቻቸው ካሣ እንዲከፈል እና ጉዳት ያደረሱ የመንግሥት አካላትን አጣርቶ ለፍርድ እንድ ቀርቡ የሚያደርግ ከተለያዩ ወገኖች አጣሪ ኮሚሽን እንድቋቋም እና ወንጀለኞችን መለየት
4 በቄሮ እንቅስቃሴ ለሞቱ ግለሰቦችና ለቤተሰቦች ካሣ
5 ስለወደፊቱ ምርጫ
6 ስለስዴተኞች እንዴት እና በምን መልኩ ተመልሶ በአገራቸው ይቋቋማሉ?
7) ሀብታቸው ስለወደመባቸው ግለሰቦች ክፍያ
8. አካለ ጎዶሎ የሆኑ እስረኞች ካሣ ወዘተፈ መሆን አለበት

Dhábasá Wakjira Gemelal

Via: Dhábasá Wakjira Gemelal


#YaayyaaGullallee-Qeerroon sabaa fi biyya bilisoomsuuf wareegama baase malee,hattuu fi saamtuu aangessuuf miti; Qabsoon nagaa fi bilisummaa jabaatee itti fufa!!
Galatoomaa, Qeerroo Yaayyaa Gullallee!!

#Xiiqii-Qabsoon Oromoo gulantaa kana kan gahe eebba diinaatiin miti. Dhiigni goototaa itti dhagala’ee, lafeen itti caccabee, qabeenyi itti manca’eetu sadarkaa ammaa gahe. Qabsoon kun ammas galma isaa hin geenye. Qabsaa’oti amma illee kutannoon qabsaa’uun barbaachisaa dha. Xiiqiin hadhooftuu dha, ammoo xiiqiin hojjchuun dirqama. Mirga ofii nama irraa eeguun hin ta’u; mirga ofii abbaatu kabachiifat!



Shimallis Abbaabbuu: Xiiqiin Dammarra Mi’oofti * Oromo Music 2016 New * By RAYA Studio


#Melbaa– Barri kun bara Gadaa Melbaa ti. Gadaan Melbaa roorroof jilbeetee hin beeku. Sanyiin Melbaa kan beekamuun, diina haleelee dagabaasuudhaan. Ammas, Qeerroon kan jedhu, “ijaarsa haa tollu, qe’een abbaan tolaa!”
“…siin dhaama yaa namanaa, yaa namicha fira koo, ya diimaa diinaaf dibbee,
afaan namaan dubbattaa, akka tamboo fi gaayyaa,….” jedha, Galaanaa Gaaromsaa.

Keessummaan diinqa hin qabu!!

Addisuu Araggaa, Milkeessa miidhagaa,Taayyee danda’aa fi

These are neftegnas!!!!

Warra WBO fi ABO irratti hololtuun naaf ga’aa akaawwii isaanii haa ilaallatanii.

Irbaata allaattii godhe dhiirri.waraanni wayyaannee hagam baay’attus WBO nama tokkichatu qoricha qotaaf.bu’aan WBO hiikkachiisuu keessanii kana.


New Oromo Music 2018 Jaagamaa Taaddalaa “Barri ni Darbaa” By Raya Studio 2018


Nagaaf jennee, haqa ummata keenyaa aarsaa gochuuf yaadne. kan haqa dhabe otuu hin dubbane, kan haqa sarbaa bahe itti caalee xaaxahuutti ka’e; nu ajjeesan; qama-hir’uu nu godhan; iddoo ofiid adhabanitti immoo diinota Oromoo waliin ta’anii nutti roorrisan. Beekaa dhiifne malee, hin daganne!
Adabadha!!

Addisuu Araggaa. Milkeessa miidhagaa.Taayyee danda’aa fi Warren akka Isaani diinaa qbsoo oromoo tahan hundaan naf dhaqaba
Warra WBO fi ABO irratti hololtuun naaf ga’aa akaawwii isaanii haa ilaallatanii.
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Sochii-OfirraaIttisuu Godhama jiru keessaati waarana diinaa salphisaa jira

Irbaata allaattii godhe dhiirri.waraanni wayyaannee hagam baay’attus WBO nama tokkichatu qoricha qotaaf.bu’aan WBO hiikkachiisuu keessanii kana.