የኦሮሞን ህዝብ ጥያቄ ሳይመልሱ በንቀት ማለፍና የመብት ጥያቄዎችን በኃይል ለማስቆም መሞከር ጅልነት ነው!

Above Single Post

የኦሮሞን ህዝብ ጥያቄ ሳይመልሱ በንቀት ማለፍና የመብት ጥያቄዎችን በኃይል ለማስቆም መሞከር ጅልነት ነው!

OPDO የሐበሻ ሰቶች ቂጥ እንጂ የኦሮሞ ሞትና መፈናቀል አይታያቸውም ። gadideemtuwan kana

“ቤት ቤት ቀጋ
ውጭ ውጭ አልጋ!”
ODPism style.

ምክትል ከንቲባ ታከለ ኡማ ሰብሰበው ካናገሯቸው አርሶ አደሮች አንዱ እንዲህ አለ፣እኛኮ ምንም መናገር አንችልም:: ተጨቁነን ነው የኖርነው::ታግለው ሞተው ነጻ ያወጡን የባሌና የወለጋ ኦሮሞ ነው፣እነሱ ናቸው የታደጉን:: ሲል አንጀት የሚበላ ንግግር ተናገረ::በአጠቃላይ አርሶ አደሮቹ የደረሰባቸውን ሲናገሩ ያስለቅሳል::በእውነት ስሜት የሚነካ በደል ነው የደረሰባቸው::እኛ ተፈናቅለን ባዶ እግሩን የመጣ የወርቅ ጫማ ገዛበት::መኪና ቀያየረበት::እኛ እንደ ቆሻሻ ሜዳ ላይ ተጥለን ከሩቅ የመጣ በገዛ መሬታችን ላይ ፎቅ ሰራበት::እኛ ኦሮሞዎች ምን በደልናችሁ እንዲህ የሚታሰቃዩን? ከሰው እከል እንኑር አልን እንጅ ሌላ ምን አጠፋን? ሌላ አካባቢኮ እንደኛ የሚንገላታ ዜጋ የለም::እያየን ነው::ይህ ሁሉ ስቃይ የሚፈጸመው ኦሮሞ ላይ ብቻ ነው::በማለት አንድ አዛዊንት አይናቸው እንባ እያቀረረ ሲናገሩ ያሳዝናል::መንግስታዊ በደል ያደቀቃቸው አርሶ አደሮች😭

Orombiyyaa Oromoo

Rakkon Abiyyi, Lammaa fi ijoollota OPDO keessatti guddatanii inn jalqabaa maal seetani
አብዮታዊ ዴሞክራሲ keessatti haadha manaa isaan fuudhu qabanii fi amantaa isaan hordofu qaban Mallas Zenawi tu filaaf ture. Abbaa duulaa irraa eegalee hundi isaani dhalootan Evangelical chirstian karaa maatii hidhata hinqaban. Heddun isaanii mooraa waraana tplf keessatti guddatan. Wayyaanonni 100% Ethiopian Ortodox dha. Ijoollee opdo guddisan kana akkamitti amantaa abbootii irraa dhalataniis, amantaa abbaa buddeenaa ofiis dhiisanii protestant ta’u danda’an.
OLF tti ansanii kan isaan keessa seenanii waliin dha’u barbaadan protestantota Wallagga ti laata.
Itti hin milkoofne malee ummata musilimaas Al Habashi waan je’amuun jeequ yaalanii turan. Kanaaf warri Lammaa fi Abiyyin waaqa tu erge jettan abdi kutadha ti akka sheexanni (Mallas) erge baraa.
Orombiyyaa Oromoo

Buraayyuu guyyaa har’aa, Mudde 4-2018, Waahila keenya Dassuu Duulaa kan Waraabe.

Qabsoon qeerroo OPDO umrii dheeressuu fi suphuuf miti. Qeerroon hiree murteeffannaa Oromootiif qabsaahe.



Araat Killoo Caffee Araratii Jijiruus Dutti nurraa Hin Hafnee
By Arafaat Ka Oromoo
Hiriraa Roobee Baalee irrati


Warra ODPiif –
Dhugaa hadhaawu tokko walitti himna.
Itoophiyaan afaan hallayyaa irra jirtu dantaa Oromoo dabarsanii kennuudhaan caba irraa hin haftu. Yeroo tokkotti Oromoos warra kaanis gammachiisaa rakkoo furraan ammatti hin hojjetu. Rakkoon Oromoon himataa jiru ajjeechaa daangaa irraa qofas miti. Gaaffiin lafoota Oromiyaa muramanii Finfinneef kennamanii isa guddaa biraati. Kana lamaan irratti ejjennoo citee bu’e kan haqa Oromoo deeggaru yeroodhaan hin fudhattan taanaan harkumaan miila of jalaa gatuuf jirtu. Ummanni kun yeroo nama jaalatu akkam akka nama godhuufii yeroo jibbus akka itti qoricha namatti qotu argitaniittu. Lamaan keessaa isa kam akka filachaa jirtan isintu beeka. Wareegama kafaltanii haaromsa kana eegaltan bishaanitti of jalaa naqxu jedhee hin yaadu.

Jaalattanis jibbitanis Oromoo keessaa baatan. Oromoo mufachiiftanii halagaa biraa amanamummaas tahee jaalala laga ceesisu hin argattani. Abshaala ta’aa. Warri caraanu haa caraanu. Dursa dantaa Oromoof dhaabadhaa. Deeggarsa Oromoo isin ganaa jiru akkasitti deebifattu. Deeggarsa saba guddaa kanaa erga argattanii booda alagaan wacus dhiisus homaa jijjiiruu hin danda’u. Oromoo dallansiiftanii deeggarsa alagaa bitachuu filattu taanaan garuu lamaanuu dhabuuf deemtu. Dura Oromootu isinirratti ka’a. Constituency keessan eega dhabdanii booda warra kaan birattis bakka murteessaa hin qabaattan. OPDO kaleessaatti deebitu. Namuu dugda keessan irra ejjetee aangootti bahuuf sosso’a malee namatti isin hin lakkaahu.

Amma dubbiin laaftuu miti. Dhaabonni mormituu dur ala turanis amma ummaticha keessa jiru. Adeemsi amma qabattanii jirtan jaraaf carraa bal’isee kufaatii keessan ariifachiisa. Kanallee waan xiinxaltan hin fakkaattan. Bakka keessan taa’ee yeroon yaadu waytiin kun yeroo kamuu caalaa Oromoof amanamuu fi saba ofii waliin kufanii ka’uu dursuu kan gaafatu tahee natti mul’ata. Nu hunduu riqicha gubbaa jirra. Haaromsi kun gufannaan dhaabni siyaasaa Itoophiyaa dhiisii Oromooyyuu tokkoomsee deemuunii danda’u ammatti hin jiru. Balaan dhufuu malu nu cufaa balleessuuf deema waan taheef waywaanna malee mooji keessan jennee callisuu dandeenya ture. Sadarkaa siyaasaa amma keessa jiruun Itoophiyaa wal fudhachiisanii deemuu dura rakkoo Oromiyaa keessatti mul’ataa jiruuf fala fudhatama qabu barbaaduutu dursa. Ni hadhaaha, garuu dhugaa dha!

Yaya Beshir


Qaawwee cacabduu jara irraa fudhanneen konkolaataa jaruma irraa fudhani jedhan.

Below Single Post