የኦሮሚያ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ለማ መገርሳና የኢፌዴሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዶክተር ወርቅነህ ገበየሁ ከኦነግ ጋር ለመወያየት ወደ ኤርትራ አቅንተዋል፡፡

የኦሮሚያ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ለማ መገርሳና የኢፌዴሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዶክተር ወርቅነህ ገበየሁ ከኦነግ ጋር ለመወያየት ወደ ኤርትራ አቅንተዋል፡፡

በዚያም ከግንባሩ መሪ ዳወድ ኢብሳ ጋር ተገናኝተው ከሰዓት በኃላ ይወያያሉ ተብሎ ይጠበቃል፡፡

ርዕሰ መስተዳድር አቶ ለማ መገርሳና የኢፌዴሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዶክተር ወርቅነህ ገበየሁ ዛሬ ጠዋት ነው ወደ አስመራ ያቀኑት ተብሏል፡፡

ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduutti har’a waaree booda Mariin adeemsifamuuf jira.
Jilli mootummaa Itoophiyaa bakka bu’uun marii kana irratti hirmaatu Ob Lammaa Magarsaa fi Dr Warqinaa Gabayyoo har’a ganama gara Asmaraa deemanii jiru.
Mariin ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduutti gaggeeffamu kun akak milkaa’uu ummati Oromoo bakak addaddaa irara hawwii isaanii ibsachaa turuun kana yaadatamuu dha.


Jilli ABO fi JIlli Mootummaa Itoophiyaa Marii siyaasaa gaggeessuutti jiru.
Ummati Oromo biyya keessaa fi biyya alaa irraa mariin kun akka milkaa’u hawwii fi dhaamsa isaanii dabarsaa jiru.
Odeessi nu aghe akka ibsutti, Jilli mootummaa Itoophiyaa Ob Lammaa Magarsaa fi Dr Warqinaa Gabayyoon dursamu marii kana irrattia rgamuuf har’a ganama Finfinee irara gara Asmaraa imalan.
Mariin kun akak torbee kana keessa gaggeeffamu, Ministeerr Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad, torbaan darbe Minisotaatti ibsee ture.
Mariin kun akkaataa ABOn biyaytti deebi’ee qabsoo karaa nagaa gaggeessuu irratti waliigaltee siyaasaa uumuuf kana deemsifamuu dha.
ABO jaarmiaya yeroo duaratiif ofijaaree roorroo fi cunqursaa waggooat 150 diiguuf qabsoo hidhannoo fi siyaasa aeegalae ta’uun beekamaa dha.
Hayyudureen ABO, Ob Daawud Ibsaa, jila gama ABOn jiru dursanii marii kana gaggeessu jedhameetue egama.
Mariin kun har’a waaree booda Asmaraa keessatti akka eegalu eegamaa jira.