የትኛዉ ነዉ ሁሼት? Isa kamtu kijiba dhiiro ?ETHiopian airforce splashing retaliatory air strike Againest dissident Oromo position is not fake news!

የትኛዉ ነዉ ሁሼት?
Isa kamtu kijiba dhiiro ?

ETHiopian airforce splashing retaliatory air strike Againest dissident Oromo position is not fake news. Here is the evidence that the Ethiopian government cannot deny 👇

Abon Dhaabakoo Ganamaati


Dogoggora guddaa #OBN
yaa hojii keeysan warri TV boqqolloo!!

Abbootiin Gadaa Gujii OBN irratti haasaa taasisaniin komii guddaa OBN irraa qabaachuu ibsan. Sababaan waan Abbaan Gadaa hinjedhin jedhan. Bishaaniif midhaan dhorkadhaa! Jedhan kan OBN’n jedhe nuti hinjenne jedhan

OBN ammoo akka waan abbaan Gadaa murtii WBO irratti dabarseetti torban darbe soba gabaasan. Soba sanaaf ceephoo akka fudhatan gaafatamanii jiru.

Akkatti sobni baati egaa