ቄሮ: የነፃነት አርበኛ: የሰላም ዋስትና!ዛሬ የእስክንድር ፅሁፍን አነበብኩት:: “ፅንፌኛ ቄሮ አደጋው ብዙ ነው” አለ::

ቄሮ: የነፃነት አርበኛ: የሰላም ዋስትና! ዛሬ የእስክንድር ፅሁፍን አነበብኩት:: “ፅንፌኛ ቄሮ አደጋው ብዙ ነው” አለ::
ዛሬ የእስክንድር ፅሁፍን አነበብኩት:: “ፅንፌኛ ቄሮ አደጋው ብዙ ነው” አለ:: የቄሮን የትግል ስልት ከሂትለር የስልጣ መባለግ ጋር አነፃፀረ:: የቄሮ ሁለተኛ መንግስት ሆኖ ማገልገል ማብቃት አለበት ብሎ ጥሪ አቀረበ:: በጣም ጥሩ! ነገር ግን:-

– ሰውዬው ይህን አይነት ፅሁፍን እንድፅፍ እድል የፈጠረለት ይህ ቄሮ ነው!

– የሰውዬው ሬሳ ከእስር ቤት እንዳይወጣ ህይወቱን የገበረው ይህ ቄሮ ነው!

– ሰውየውን እድሜ ልክ የተጫወተበትን ስርአት የናደው ይህ ቄሮ ነው!

– ይህን ታሪክ የሰራ ቄሮ ለአላማው ፅንፈኛ ብሆን ያንስበታል እንጅ አይበዛበትም!

By Lammii Beenyaa


#Sagaleen_Waamicha_seenaa_Waaraanii_bilisummaa_Oromoo_kollejjii_Ardayitaa_keessaa_Jiran #QEERROO_BILISUMMAA_OROMOOTIF GODHA JIRU DHAGAHAMA JIRA . Akuma Bekkammu waaldhabbii guyyaa kalleesa Waaraan bilisummaa Oromoo WBO Fi Qamaa Motummaa jiduuti umame ilachisee Guyyaa Araa waalgaahii Ture iraati Qamooni Motummaa maarii Achii Dhaqaani Waaraan bilisummaa Oromoo walin Goodha Ollan irrati dhibaa bira Waaraan kenya irrati ofa Ture haatahu male Qamooni Motummaa kun rakko umame furruuf demme osoo rakko jiru hin Fuuriin Rakko bira umme Achira demme Rajii!!!!! Waaraani bilisummaa Oromoo mooraa kollejjii Ardayitaa keessaa Jiran Waamichaa seenaa dhiheffacha jira Qeerroo bilisummaa oromoo Guttu oromiyaa keessaa Jiranif Qeerroo bilisummaa Oromoo rakko Waaraan bilisummaa Oromoo mooraa leenjii Kollejjii Ardaytaa keessaa Jiran Akka Naannoo oromiyaa hundaa keessaa Bakka Bu,aa goodhatani dhufanii Rakkoo kenyaa Haa Arkaan jechaa jiru……..WAARAANI BILISUMMAA OROMOO WBON


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.