የሠላም ሚኒስቴር? “ጅብ እንደ አገሩ ይጮሃል!”

የሠላም ሚኒስቴር? “ጅብ እንደ አገሩ ይጮሃል!”
እሳቸውስ ለምን ይቅርባቸው?
የፈሩ ይመስላሉ ግን 😂
ከ#WBO ጋር ቢሞክሩዋት ጥሩ ነው
“ጅብ እንደ አገሩ ይጮሃል!”


የኤርትራ ወታደሮች ሬሳ ከኦሮሚያ በሔሊኮፕተር ሲለቀም ዋለ።
Reeffi loltoota Ertiraa Heelikooftaraan guurramaa ole.
“Lafti kalee lolli itti ta’e ona gindibarat ganda bashee bakka dargee jedhamutti guyyaatti yeroo sadii walitti dacha’anii Kan badee dhabame malee reeffa nama 20 olii madoommoo namattu argisiisuu didde Namni dhabamemmoo nama 13
 
Madoo fi reeffa amma elekopharaan fudhattee deebitee namas fiduu hin ooltuu nama naannoo sana ariitet jirtii bakki isheen nama 7 fixxes aSumatti”
በመአከላዊ ኦሮሚያ ግንደበሰት ወረዳ በሼ ቀበሌ ልዩ ስሙ ደረጌ የተባለ ቦታ ላይ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት እና በኤርትራ ጦር መኃ በተደረገ ዉጊያ ያለቁ 20 የሚሆኑ ወታደሮችን መረጃ እንዳይወጣ ብሎ መንግስት በልዩ ሁኔታ ሬሳቸዉን ወስዷል። ይህ ከዚህ ተደረጎ አይታወቅም የሟቾችን ማንነት ለመደበቅ ተብሎ የተደረገ ነዉ ይላሉ የአከባቢው ነዋሪዎች።

Ajaahib Jimaa Tooboo


Guyyaa har’aa gootichi waraana bilisummaa Oromoo WBOn
Zoonii lixaa cibiraan #odaa_bulluq humni furgaatuu urjii lolaa Guyyaa har’aa ganama waarartuu guddisa nafxanyaafi ilmaan shaabiyaa irratti lola taassiseen
1=waraana shaabiyaa
Maqaan isaa #siisay_birhan_tasfu kan jedhamu tokko booji’uu
2=meeshaawwan aadda addaa irraa hiikuufi
3=waraana 36 olitti tilmaaman lafa nyaachisuu danda’eera
🙏WBOn haa waaru!
#injifannoon_kan uummata dhugaa qabuuti!
Soorettii Caalaa tin
Ati ugguramtus an jira🙏??

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.