ወያኔ እና ኦህዴድ ከUN Commission human right ሊደብቁ የነበረው የቢሾፍቱ ኢሬቻ ጭፍጨፋ 2009 በአባ ገዳዎች ተገለጠ።

ወያኔ እና ኦህዴድ ከUN Commission human right ሊደብቁ የነበረው የቢሾፍቱ ኢሬቻ ጭፍጨፋ 2009 በአባ ገዳዎች ተገለጠ።

Great Job #Abaa Gada Sanbato

Biqilaa Biyyaa


UN High Human Rights Commissioner Ziyad Abbotii Gadaa Oromiyaatiin wal argan
====================================

“Ganama carraa kana akka hin arganneef aangawota mootummaan ittifamnee turrullee UN High Human Right Commissioner dirqama Abbootii Gadaa argachuu waan barbaadaniif gara galgalaa kana argachuuf dandeenyee jirra jedhu. Bifuma kanaan qabxiilee ijoo kaafnee hubachiifnee jirra:
1. Hidhamtootni siyaasa beekkamoo qofti kan bahan ta’uu. Kumaatamaan manneen hidhaa jiraachuu.
2. Hidhamtoonni hanga ammaa bakka buuten isaanii hin beekamin jiraachuu isaanii.
3. Namoonni yeroo mormii nama ajjeesan tokkollee seeratti kan hin dhiyaatin tahuu isaanii.
4. Seeronni mirga namaa hacuucan kaafamuu akka qaban fkn.
– seera farra shororkeessummaa
– seera NGO
– Seera Pireesii
5. Ajjeechaa Irreessaaf itti gaafatamaan mootummaa tahuu isaa fi hanga amma seeratti kan hin dhiyaatin tahuu.
6. Military fi security kan saba tokkoo tahuu fi hatattamaan riiformii tahuu akka qabu tahuu baanna muummicha ministeerarra amantee kan hin qabne tahuu.
fi qabxiilee hedduurratti Abbootii Gadaatinis ibsi bal’aan kennameefi jira.