ወለጋ የኢትዮጵያ ጎሮቤት ወይስ ኢትዮጵያ ናት?ወለጋን ጥግ አሲዞ የመበደል ጉዳይ ከሚኒልክ እስከ አብይ አህመድ ስርዓት ሲወርድሲዋረድ የመጣ ድብቅ ፖለቲካዊ አስተሳሰብ ነው።

ወለጋ የኢትዮጵያ ጎሮቤት ወይስ ኢትዮጵያ ናት?

ወለጋን ጥግ አሲዞ የመበደል ጉዳይ ከሚኒልክ እስከ አብይ አህመድ ስርዓት ሲወርድሲዋረድ የመጣ ድብቅ ፖለቲካዊ አስተሳሰብ ነው።

ከወለጋ የወጦ ተወላጆ አይደለም ለኢትዮጵያ ከአፍሪካም አልፈው ለአለምም ምሳሌ የሆኑ ጀግኖች፣ምሁራኖች ያተፈጠሩባት ምድር ነች።

ወለጋን በኢኮኖሚ ማዳከም አንዱ ተግባራቸው ሲሆን ዛሬ ዛሬ ደግሞ በጦር ጄት እስከ መርዛማ ኬሚካል በመጠቀም ትውልዱ እንዳይ ቀጥል ለማድረግ ጥረት ላይ ይገኛሉ።

ይህ ሁሉ ጥላቻና ዘመቻ ወለጋን ማሸማቀቅና በእጃቸው እፍኝ ስር በማስገባት የኦሮሞን የትግል ምንጭ፣ሞራል፣ እንደማኮላሸት ስለሚያስቡና ስለሚመስላቸው ነው።

እንዲሁም ሌላው የኦሮሞ ክፍል እንኳን እንዳይደርሱላቸው በተለያየ ሸፍጥ የወለጋን ህዝብ ለብቻው ነጥለው ያሻቸውን እየገደሉ፣ሴቶቹን እየደፈሩ፣በሺዎች እያሰሩ ህዝቡን እያመሱት ይገኛሉ !!!

የሚገርመው: የኦሮሞ ሚዲያ ነኝ ባይ
የኦሮሞ አክቲቭስት ነኝ ባይ
የኦሮሞ ድርጅት ነኝ ባይ
የኢትዮጵያ አንድነት ታጋዮች ነን ባይ
የኢትዮጵያ እንባ ኣባሽ ጠባቂ ነን ባይ
እምዬ ሃገሬ እዬዬዬ ሲሉ የነበሩት ወለጋ የኢትዮጵያ አይደለችም ወይ?

አፋቸውን የሎጎመው ምንድነው? ወይስ የሸፍጡ ተባባሪዎች ናቸው?

ነገም ሌላ ቀን ነው ያስተዛዝበናል።
Dave Abdiwaaq


Yeroo namni golaaf ganda, amantiifi naannoon shiraan ijaaramaa turetti isaa ijaaramu hinargine. Saba yaada biyyolessaa qabudha. Uummata sammuu qaraa qabuufi fageessee ilaaludha. Haata’u malee, warri gandaafi maatiin shiraan wal ijaaran dhumaatiifi daguugginsa sanyii saba wallaggaarratti ta’u taa’anii ilaalan. Qabsoo kana dhiigasaatiin utubee asiin ga’uurratti gaheen saba #Wallaggaa salphaa hinturre. Hayyoonni ala kana turan dhiphummaa sana waan hinqabneef miidiyaa yeroo argatanitti Oromoo hundaaf falmaa turan. Amma garuu saba Wallaggaa dhumaa jiruuf falmuuf qaaneffatan. Maaliif laata? Uummatichi qaama Oromiyaa mitii? Waan jabaatee falmateefi? Waan waraana Bilisummaa Oromoof lafa baqaa ta’eefi? Waan sabboonaa ta’eefi? Miidiyaaleen Sabni Wallaggaa ala kanatti dafqasaa coccobsee ijaarrate OMN illee saba Wallaggaa diinnonfate. Wallaggi guyyaa adii rasaasa OPDOn dhumaa jira; Wallaggarratti mana gubaa jiru. Daldaltoota Wallagga keessaa #WBO soorta jedhanii gadi baasanii ajjeesaa jiru. Badiin #Wallaggaa maali? Oromoon Godinoota biroo maaliif #Wallaggaan Xireeffate?

Ani Abjuu guddaa tokkon qaba! Dhumarratti #Abiddi haqaa #Wallagga keessaa dhohee ba’u Oromiyaarra darbee Xoophiyaa sanaaf fayyina Siyaasaaf Lubbuu kenna. Kanammoo waliin arguuf jirra. Barruu kana ‘Screen Shot’ godhaa olkaawwadhaa!