ከሳምንት በፊት የታሰረዉን የኦነግ ከፍተኛ አመራር ለመጠየቅ ወደ ቡራዩ ያመሩ የኦነግ አመራሮች , የONN እና የSBO ጋዜጠኞች ሾፌራቸዉን ጨምሮ ታስረዋል::

ከሳምንት በፊት የታሰረዉን የኦነግ ከፍተኛ አመራር ለመጠየቅ ወደ ቡራዩ ያመሩ የኦነግ አመራሮች , የONN እና የSBO ጋዜጠኞች ሾፌራቸዉን ጨምሮ ታስረዋል::
KMN:- March 07/2020

1.አቶ አማን ፊሌ የኦነግ መዓከላዊ ኮሚቴ አባል
2. አቶ አቶ ገዳ ገቢሳ የኦነግ አመራር
3. አቶ ደሱ ዱላ የONN ጋዜጠኛ
4. አቶ ዋቆ ኖሌ የSBO ጋዜጠኛ
5.አቶ ቢሊሱማ ሾፌር ሲሆኑ ባለፈዉ ሳምንት የታሰረዉን የኦነግ ከፍትኛ አመራር አቶ አብዲ ረጋሳን ቡራዩ ለመጠየቅ በሄዱበት ነዉ የታሰሩት:: በደረሰን መረጃ መሰረት እነዚህ አመራሮች የተሳፈሩበት ተሽከርካሪ በሌላ ተሽከርካሪ ከዉኃላ እንደተገጨ የሚያሳይ ሲሆን እስራቱም ታስቦበት እንደተፈፀመ የሚያሳይ ነገር አለዉ ተብሏል::ሰዎቹ ላይ ጉዳት ባይደርስም መኪናቸዉ መመታቷን የእይን እማኞች አረጋግጠዋል::

“Sagalee Qeerroo: Hoggantootni fi Qondaaltotni ABO humna waraanaan Magaalaa Buraayyuutti ugguraman. Bitootessa 7/2020). Hoggantootni fi Qondaaltotni ABO ganama kana Bitootessa 7/2020 magaalaa Buraayyuutti humna waraanaan ugguraman. Namootni Ugguraman kunneen Hoggansa Olaanaa ABO jaal Abdii Raggaasaa wayita gaafachuuf gara sanatti imalanidha. Namootni humna waraanaan ugguraman kunneen:

1,jaal Amaan Filee MGS-ABO,

2, Jaal Gadaa Gabbisaa Qondaala ABO,

3. Dassuu Duulaa (Galaalchessaa ONN),

4, Waaqoo Noolee (Galalcheessaa SBO) fi

5, Bilisummaa ykn Ismaa’el (konkolaachisaa ) yoo tahan waajjira Poolisii Magaalaa Buraayyuu Hoggansa Olaanaa ABO jaal Abdii Raggaasaa gaafachuu yeroo deemanitti sababa hin beekamneen humni waraanaa naannoo sanaa isaan qabee hidheera.Taateen kun kan qindaaye hojjetame tahuu akka hin oolle namootni ijaan argan ni dubbatu.

Akka oddeessa argachuuf yaalletti konkolaataa Miseensonni kunneen ittiin imalan duubaan konkolaataan biraa rukutuun balaan konkolaataa irra illee akka qaqqabee namootni yaada isaanii Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof himan dhugoomsaniiru. Namoota konkolaataa keessa turan irra miidhaan qaqqabuu baatus konkolaataarra miidhaan gahuu namoonni ijaan argan ni dubbatu.
Gar tokkeen isaanii immoo gaafachuuf akka mooraa mana hidhaa jaal Abdii Raggaasaa keessa jiru yeroo seenanitti achumatti qabamanii hidhaman tahuu barameera.

Mootummaan Hoggantoota ABO, Qondaaltota, Miseensotaa fi deeggartoota ABO irratti duula hidhaa bane akkuma itti fufetti jira.”

Hiriirri mormii Germany magaalaa frankfurt irratti adeemsifamaa jira.

በጀርመን ፍራንክፈርት ከተማ የተቃውሞ ሰልፍ እየተካሄደ ነው።

Hiriira mormii Dhalattoonni oromoo biyya Germany magaalaa frankfurt fi naannawa ishee jiraatan mootummaa Abbaa irree ADWUI 2ffaa balaaleffachuuf bahan.

በጀርመን ፍራንክፈርት ከተማ የተቃውሞ ሰልፍ!