ከመላው ኦሮሞ ጋር ተጣልተው ማንን እንደምያስተዳድር እናያለን።

ከመላው ኦሮሞ ጋር ተጣልተው ማንን እንደምያስተዳድር እናያለን።

Oromoo yeroo Mamakuu akka jedhee Ofii jedhii Ana Dhugii jedhee jedhan Dhadhaan siif Daawa Qabaa Dubiin shira Ativistii Oromoo Obboo jawar mohammed irraati Mottummaa Xoophiyyaatin ykn mottummaa immiyyetiin Dhiibaa Shiraa itti Goodha jiran kun Yeroo bayyee Dedebi’a jira Kanafu Qamooni Shiraa kana Hojjachaa jiran kun shiraa Xaxootaa hooganatota mottummaa Naannoo Oromiyaa irraa kahate Federallan bate jirtii Namootaa Nuti Qamaa jijiramati Ofiin jechaa jirani kun Agammiin yeroo Amma Kana Jawari fi OMN irraati Dhiibaa Kabiinotatiin Godhamaa ture Guyyaa Araa Afaan Dr Abbiyi Ahmed keessaa bate Hubadha yeroo Amma dubiin Dubii Dhalaa jira .

Dr Abbiyi wana tokko hubadhuu qaba Oromoo waa male mitti kana makmakuuf ijoleen yeroo Olla daadarban wanumma ofii isiitif Olla Uutalattu seetii jedhe Abboon Abbaan biyyaa tokko ‘ Dr Abbiyi Nobel fudhate male Oromoo hin fudhanee Hubadha yaa Oromoo yoo Qamoonii Motummaa kun shira kana dhiisaan male Haalumma kana itti fufaana tanan Kasara Siyasaa ciimaa keessaa seena jira Hubadha.

Ativistii keenyaa jawar mohammed waliin waal dorgogomuu Qamoota motummaa keessaa namoota barabaduu tokkotu jira Qamoonii kun ofii isanii isa waliin dorgomasiisu fedhaan kana Akka ATA tahuu isa hubadhuu Qaban garuu akka isa tahuuf shiraa tokko male Uummata isanittif hojjachuu Qaban .Qamoonii motummaa kana biyyaa bulchaa jiru kun Osoo imaman Oromoo irraa hin Haqiin madaa kaalessa irraati Soogiidaa Naaqa jiran .Garuu Ativistii keenyaaf jawar Mohammed Dhaamsaa tokkon

Qaba Mali Jechuun keessaani hin Ollu Inninis makmaksaa Oromoo Tokko ABBAAN_LOONII_DHOQQEE_HIN_XIREEFFATU Naf jedhan Oromoon malif yoo janee ammoo yeroo Amma Kana diinii oromoo Bayyedha wan teheef .Dr Abbiyif ammoo BOFA DEEMSA HAMMAATU LOONTU IRRA IJJATA Naf jedhan .wanii siilaa jedhan bayyetu jira Araaf Hadhabadhu .Ngytii

by Adem Misoma


ይልቅ ትግሉን በእንጥልጥል ትታችሁ ከምትቀባጥሩ ወደ ግቡ ብትሮጡ ይመረጣል ጃምቦ የሚወድህን የኦሮሞን ህዝብ አታስቀይም ሰምተሀል !!!!