ኦዴፓ የኦህዴድ የብዕር ስሟ ነው። Kanuma! (ODP is pen name for OPDO

ኦዴፓ የኦህዴድ የብዕር ስሟ ነው። Kanuma! ( ODP is a pen name for OPDO that is it!)

ODPn (OPDOn)-haga Oromiyaa keessaa hin buqqaanetti, Oromoon nagaa fi bilisummaa hina rgatu!!

“MALKAA WIRTUUN ogeessa seeraati guyyaa kaleessa otoo Finfinneerraa gara Ambootti hojiif deemaa jiru Ambootti qabanii Finfinnee Sostegnaatti geessun hidhan biyya habeshaan Qawwee baatte hiriira baatee nagaan galtutti Oromoon sochoo’uu dhorkamaa jira.”

via: Dábessá Gemelal