ኦነግ በፊንፊኔ ለአማርኛ ተናጋሪዎች ባደረገው ጥሪ ከተገኙት ይህ ወጣት የተናገረ!!

ኦነግ በፊንፊኔ ለአማርኛ ተናጋሪዎች ባደረገው ጥሪ ከተገኙት ይህ ወጣት የተናገረ

*ፖለቲካሊ ማቹሪቲ ይፈልጋል የኦነግ ❤️💚❤️ ደጋፊ መሆን!!!………Oromo must


Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Addi Bilisummaa Oromoo jiraattota Magaalaa Finfinnee biratti akkamiin hubatama.

(SQ- Guraandhala 24/2020)

ኦነግ በፊንፊኔ ለአማርኛ ተናጋሪዎች ባደረገው ጥሪ ከተገኙት 👉እጅግ በጣም የሚደንቅ ግጥም ያቀረበች ድንቅ ሴት!!!
***ዜግነት ይቀየራል ከሀገር ስንወጣ
ዜግነት እንሰጣለን ወደ ኢትዮጵያ ለመጣ
ኦሮሞነት ደም ነው ከአጥንት የማይወጣ!!!
👉Oromo must  and share

Yonna Dh Abdissa


ONN ወቅታዊ
ከፊንፊኔ እና አከባቢዋ አማርኛ ተናጋሪ የኦሮሞ ተወላጅ ጋር ኦነግ የካሄደው ዉይይት//
lmaan Oromoo Dhalattoota Magaalaa Finfinnee kanneen Afaan Oromoo hin beekne Waliin marii ABOn
Gurraandhala 23.2020 taasise
ONN Ilmaan Oromoo Dhalattoota Magaalaa Finfinnee kanneen Afaan Oromoo hin beekne Waliin marii ABOn Gurraandhala 23.2020 taasise

ONNወቅታዊ
ከፊንፊኔ እና አከባቢዋ አማርኛ ተናጋሪ የኦሮሞ ተወላጅ ጋር ኦነግ የካሄደው ዉይይት//
lmaan Oromoo Dhalattoota Magaalaa Finfinnee kanneen Afaan Oromoo hin beekne Waliin marii ABOn Gurraandhala 23.2020 taasise

Xinnaa guddaan Kaayyoo Oromoof hiriiree jira; ni BILISOOMNA!!

Seenaa aanolee


#ERGAMTUUN_Hin_ERGATTUU.

Waan na ajaa’ibu. OPDOn gaafa TPLF yookin ilmaan tigreef ergamtuu, waggaa 27 guutuu , WALTAJII, oromiyaa keessattii geggefataa turteefii midiyaa argattee hundattii misoomaaf bulchiinsii isaanii hundi, ilmaan tigree leelliisaa, ADWI tuu nu bilisoomsee, jechuun faarfataa

” SIRNA NAFXANYOOTAAN , ilmaan AMHAARAAN harkaafii harmii nu muramaa, lafaaf qabeenya keenya saamamaa , oromoon akka diinaatti ilaalamnee afaan keenya dubbachuus dhoorkamaa Saba turreedha. Kanaaf NAMNII NAFXANYAA nutti FAARSU, namnii MILILIKIIN , hayilasilaaseefii , dargii nuttii faarsuuf leellisuu hundi diina oromooti diinaa keenya.

Jechaa turanii……. Hardha immoo asuma garagalanii, sammuu ergamuu bareen , iddoo ergachuu danda’an irra taa’anii, ILMAAN AMHAARAA ergamuudhaan
“ILMAAN NAFXANYAA warra biyya ijaaraa turaniidha, MILILIKIIF HAYILASILAASEEN faarfamuufii SIIDAAN isaanii hundi oromiyaa keessattii dhaabbachuu qaba.
Diinnii keenya TPLF ILMAAN TIGROOTAA qofaadha,.”
jechuun waltajiif miidiiyaa argatan hunda irrattii , misoomaaf hojiittii seenuun waggaa lama lakkoofsiisanii jiru.
Garuu hanga bulan rabbuumatu beeka.

Kanaaf ERGAMTUUN ERGATUU hin beektu,..


G/H/L/Aanaa Gubbaa Qorichaa Keessatti Deeggartota Paartii KFO kanneen tahan irratti miidhaan dhaqqabaa jira.

Guyyoota Muraasa dura, Hojii duula qulqullinaa miseensonnii fii deeggartoonni KFO Aanaa Gubbaa Qorichaa Magaalaa kommoonatti taasisanii turaniin kan dallanan paartiin Bilxiginnaa, Poolisii fii qaama nageenyatiin qeerroo fii miseensota KFO tumaa fii hidhaa turanii jiran.

Dura taa’aa Paartii KFO dabalatee namoonni 15 kan hidhaman yeroo tahu, kanneen keessaa namoonni 4 gar malee waan tumamaniif miidhamanii yaalallee dhoowwamuun rakkachaa jiraachuu dubbatan.
Kanneen Miidhaman,
1.Aarif Haashim
2.Maammad Ingizee
3.Dilbii Jamaal fi
4.Ahmad Aadam.
kanneen hafan namoonni 12 guyyaa Ar’aa mana hidhaatii gad lakkifamanii jiran.
1.Firii Ziyaad
2.Aahmad Abdullaa
3.Saadam Goobazee
4.Mahaammad Badrii
5.Anawaar Jamaaloo
6.Maammad Ingizee
7.Bal’isaa Ahmad
8.Ahmad Aadam
9.Dilbii Jamaal
10.Aahmadiyyee Awwal
11.Damiina Aliyyii
12.Hirnoo Aliyyii
13.Diinoo
14.Misbaa Usmaail
15. Aarif Haashim

Aanaa Gubbaa Qorichaa keessatti, adda durummaan miseensota Paartii Mormitootaa irratti kanneen shiraa fi miidhaa geessisaa jiran,
1. Bulchaa Aanaa, Obbo Hasannuur Mohammad.
2. Itti gaafatamaa Waajjira dhaabaa, Taammiruu Iddeechaa. Fi
3. Itti gaafatamaa Waajjira Poolisii akka tahan gabaafamaa jira.

Hidhaa fi doirsifni Miseensota Paartilee Mormitootaa irratti gaggeeffamaa jiru, Godinoota Oromiyaa gara garaa keessatti itti Fufee jira.