“እኛ የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከ ሙሉ እና አፍደም ለተፈናቀሉት ..

“እኛ የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከ ሙሉ እና አፍደም ለተፈናቀሉት ወገኖቻችን የተቻለንን ያህል ድግፍ አድርሰናል። ነገም እናደርሳለን”

የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከሶማሌ ክልል ለተፈናቀሉ ኦሮሞዎች የተቻላቸውን ያህል ድግፍ አድርገዋል። Dhalattoonni Sabaan Amaara ta’an kan Magaalaa Mi’eessoo keessa jiraatan, Oromoo nannoo Somaalee irraa buqqa’aniif gargaarsa hanga humna isaanii taasisaneeran.

የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ከሶማሌ ክልል ለተፈናቀሉ ኦሮሞዎች የተቻላቸውን ያህል ድግፍ አድርገዋል። ድጋፋቸውም ቀጣይ እንድሆንም ቃል ገብተዋል። ይህ ጥሩ ጀማሪ ነው። የሚኤሶ ነዋሪ የአማራ ብሄር ተወላጆች ሌላ ከተማ ለምኖሩ ዓርያ ስለሆኑ ልመሰገኑ ይገባቸኋል፣ በተለይ ለአዲስ አበባዎቹ። ለነገሩ አዲስ አበበ እንደድሮ አይደለችም፣ በወያኔ ተወርራለች። Dhalattoonni Sabaan Amaara ta’an kan Magaalaa Mi’eessoo keessa jiraatan, Oromoo nannoo Somaalee irraa buqqa’aniif gargaarsa hanga humna isaanii taasisaneeran. Gargaarsi isaaniille kan itti fufu akka ta’e himuun waadaa seenaneeran. Jiraattonni Mi’eessoo sabaan Amaara ta’an kunneen, namoota magaala biraa namoota jiraataniif fakkeenna waan ta’aniif galateeffatamuu qaban; keessumattuu magaalaa Finfinneetiif fakkeenna gudda ta’uun Finfinnoota dursaneeran. Dhugaa dursan, Finfinneen tan duriitii miti Woyyaaneen weeraramtee jirti.

1 Comment

  1. Thank you Amhara brothers and sisters for your gesture. Ultimately the future of this country depends on unity of Oromo and Amhara, and supporting each other in times of difficulty will only strengthen our future relationship.

Comments are closed.