እስከዛሬ በኦሮሞው መልካምነት የኖረችው ኢትዮጵያ ለወደፊት ልትጠፋ የምትችለውም የኦሮሞው ህዝብ ተቆጥቶ የተነሳ ቀን ብቻ ነው። የኦሮሞ ህዝብ ከምስራቅ አፍሪካም አልፎ ለዓለምም ስጦታ ነው።” – ኢሳያስ አፈወርቂ

“የኦሮሞ ህዝብ ትከሻው እጅግ ሰፊ የሆነ ሁሉን ቻይ ታጋሽ ህዝብ ነው። በተለይ ከምስራቅ አፍሪካም አልፎ በዓረብ አገራት እንኳን በክፋቱና በተንኮልኝነቱ የሚታወቅ “እባብ” ተብሎ የሚጠራን አማራ፥ እንደራሱ በጉያው አቅፎና ችሎ አብሮት መኖሩን ስታይ ይቺ ኢትዮጵያ የምትባል ሀገር እስካሁን ከዓለም ካርታ አለመጥፋት ምክንያቱ ይህ የዋህ፣ ቅንና መልካም ህዝብ እንደሆነ ትረዳለህ።
ኦሮሞ አይለምንም፣ ወደ አማራ አገርም አይሰደድም። የራሱን አሳልፎ ይሰጣል እንጂ የሰውን አይፈልግም። በተገላብጦሽ አማራ ይለምናል፣ ለልመናም ወደ ኦሮሚያ ክልል ይሄዳል፤ ወንድሙን ገድሎ የሚሸሸውም ወደዚያው ነው፤ ለጉልበት ሥራም እንደዚያው። በኦሮሚያ ውስጥ መፅሀፍ ገላጩ፣ ጠንቋይ ደብተራ፣ ሟርተኛ እነርሱ ናቸው።
እስከዛሬ በኦሮሞው መልካምነት የኖረችው ኢትዮጵያ ለወደፊት ልትጠፋ የምትችለውም የኦሮሞው ህዝብ ተቆጥቶ የተነሳ ቀን ብቻ ነው። የኦሮሞ ህዝብ ከምስራቅ አፍሪካም አልፎ ለዓለምም ስጦታ ነው።”

የኤርትራው ፕሬዝደንት ኢሳያስ አፈወርቂ

Saliha Sami


Oduu Nama Cabsu!-Wallagga Lixaa: Kaadhimaashee kan waggaa 7 walfaana turan ishee biraa gadi fuudhanii ajjeesan. Kana booda miillaan kottuu irra adeemi jedhaniin. Irra deemuu dadhabeen irratti kufe jette. kana booda “Sadafii qawweetiin kalee keessa natumatanii deemaniitu akka sa’a lamaaf of wallaaleen achuma kaadhimaakoo biratti kufee hafe jette. Achii gaafan of baru amma fincaan qabachuu hindanda’u jette. Kaadhimashees akka namni hinawwaalleef manarraa achi siqanii taa’uu jalqaban jette.

Oromoo, obboloonnikee ##Wallaggaa kan dhalli namaa keessa iraatee hinbeekne keessa jiru. Maaloo warri miidiyaa biyya keessaa gara Wallaggaa LIxaa gadi bu’aa ilaalaa!


Jawar Mohammed paartii haaraan gadi ba’uun Oromoof Injifannoo; habashootaafi gantootaaf kufaatii hamaadha! Jajjabeessaa; nutis nideggarraani! Oromiyaan qaana’uu hinqabdu. Kan Habshtichi sun Habashaan walitti numaraguuf jedhu sun dura dhaabbatamuu qaba. Inni loltus lolakeetti; inni magaalaas ijaarsa paartii Oromootti cimi. Bilisummaan keenya fagoo miti Oromoo!!!
Beekan G Erena


Fafa kana Habashaatu Magaala Adaamaatti namoota keenya Naannoo Somaaleetii achi qubsiifaman irratti hojjechaajira” Namaatu ajjeefama’Masgiidatu diigama’Qur’aana Rabbiitu gubama’Borummoo habashaan Oromoo banziima firfisitee hanga Ummata keenya abiddaan gubdu ustanii ilaaltuu?
Iji isin haa argitu gurri isin haadhageeysu.


Ibsa kaleessa media alaa tokkoof kenne keessatti ”MM yeroo alaa deebi’uu waliin dubbachuuf qophii dha” jechuun Jawaar mooraa Habashaatti aarii fi naasuu guddaa gadhiiseera. Waliin haasa’uun jedhamu dhugaas haa tahuu soba, jechi kun qofaa isaatti akka misaayilaatti jara rukuteera. Fincila Oromoon tumsa jabaa qabaachuu itti garsiise kanaan rifatanis waan tokkotti garuu gammadaa turan jarri. Yoo xiqqaate Abiyyiin gama keenya dhaabnee Oromoo irratti kaafneerra, kana booda ibiddaa fi cidii walitti tahu, kana booda aangoo namichaatti dhimma baanee caasaa siyaasaa federaalaa kana caalaa toyachaa deemna hawwii jedhu qabu. Jawaaris tahee sabboontonni biroon kana booda Abiyyiin akka bulguutti laalu waan taheef abadan deebi’anii walii hin galan jedhanii yaaduu eegalanii turan.

Dhugaa dha, wanni Abiyyi nu godhe akka bulguutti akka isa laallu yoo nu taasise nama hin ajaahibu. Yoo xiqqaate garuu xiiqiidhuma ilmaan Nafxanyaa kanaaf jecha ofirraa fageessinee rukutuurraa of qusanna. Kana kan goonuuf Dr. Abiyyiin burjaaja’uuf osoo hin taane tarsiimoo qabsoo keenyaaf. Yoo isaan isatti dhimma bahanii of tarsimeessuu yaadan nuti isa jaraaf eebbifnee itti gadhiisuu mannaa nus isaan qabnee taphicha taphachuudhaan goolii galchuu dandeenya. Gubaa keenyaa garaatti qabannee toftaa qabsoof jecha kana goona. Isaa fi Oromoo gidduutti haasaan nagaa yoo jiraatu hundumaa shukkaarrii fi dhiibbaan dhiigaa itti kaanaan afaan du’aa irra gahee kan deebi’u Habashoota. Yeroo isa waliin wal xiiqeffannee lolatti seennu ammoo gammachuudhaan shampaanyii banatu.

Kanaafuu osoma dubbii beeknuu, waan garaa garaatti qabannee garaacha jaraa quncisuuf jecha arraba nagaan Abiyyiin haasa’aa lafa jala garuu hundee siyaasaa keenyaa gad jabeeffanna. Wanni balaa fidu isuma qofa amananii, waan inni dubbatuun burjaaja’anii hojii dhaabanii isa qofa eeguu dha. Sun tahuu hin qabu. Hafuura fudhachaa yeroo bitachuun qabsoo irra jabaa, qindaawaa fi yeroo dheeraaf deemee galii maayyiin nu gahu eegaluuf ittiin of qopheessuu qofaaf kana goona.

Osoo yaada irratti hin kennatin dura wantattii kana gad jabeessaa dubbisaa.

Yaya Beshir

#Finfinnee (inbox)
“እነዚህ ዛሬ በዋልታ ላይ ቀርበው የጥላቻ መርዛቸውን ሲረጩ የነበሩት የቄራ ነዋሪ የሆኑ የኢዜማ አባላት ናቸው። በሚገባ ነው የማውቃቸው። ዋልታ ቄሮ ላይ ፕሮፓጋንዳ እየሰራ ያለው በአዲስ አበባ ነዋሪዎች ስም የኢዜማ አባላትን በመጠቀም ነው።”


~ ትናንት ማታ በምንጃር ባለሀብቶች በታደላቸው አዳዲስ ገጀራ ተጎጂዎችን ለመጠየቅ ሆስፒታል የሄዱት ላይ ሳይቀር ጥቃት መፈፀማቸውን ተናግረን ነበር ከጥቃት አድራሾቹ ዋና ዋናዎቹ ከነ ማስረጃው።
ኤፍሬም ሳህለ(ቀንደኛ)
መስፍን ጎበና

መኮንን ሀይሉአቡሽ ሀሰን

ያሲን

ጁሌጅ ሀቢብ(አብዲ)

አዳማ ላይ ሽብር ከሚፈጥሩት አንድ ይሄ ነው በቁጥጥር ስር ይዋልልን ሼርርርርር