እሬቻ እሄዳለሁ ፣Irreechaa ማንነቴ ነው ፣ እስልምና ደግሞ ሀይማኖቴ ፣ ሁለቱም አይጋጩብኝም ምክንያቱም ኦሮሞ ነኝ።

እሬቻ እሄዳለሁ ፣ Irreechaa ማንነቴ ነው ፣ እስልምና ደግሞ ሀይማኖቴ ፣ ሁለቱም አይጋጩብኝም ምክንያቱም ኦሮሞ ነኝ።

ቅር ካላችሁ ቅራሪ ጠጡ።


Laali W/Bahaa Magaala Naqamtee Keessa Kotte_Duudaan/RIP/Coloneel Abiyyi akkaataa Isaan Hawaasa ittiin shororkeeysaa jiran!


Afaan bareeche waan dubbateefi miti. Summii inni dubbate hubachuun dansa. Waan gaari fakkeesse summii dubbate. Oromoon ani kirstaana, islaama, waaqeffataa ani dhaloota godina kanaati je’ee qawwee wayyaan jala kan dhaabate Oromoon jiraa? Oromoon akka sabaatte kallattii maraan baheeti walii birmatee diina bakkee irraa itti dhufe ofirraa gaggeesse. Amma diina hamaatu hafe. Diina mana keessa, diina afaankee haasahu tuta bitamtootaatu mana keessatti hafe. MM kaayyoo Oromiyaa ittiin diigufi karoorfate keessa inni guddaan Oromoo gosaa fi amantaan adda facaasudha. Kana amma irratti hojjechaa jira. Kanaafi, Oromoon tokko ta’e, walfaana ka’ee dhaaba ODP jedhamtu kana Oromiyaa keessa balleessu qaba.


Koloneel Ashaagreen Wallaggaatti, Booranaatti, Gujiitti, Dirreetti, dhiiga uummataa akka bishaanii lolaasaa, harmee Oromoo boochisaa, Irreechaaf wayaa aadaa hodhachiisaa, haasawaaf afaan sabboonummaa barachaa jira jedha. Ammaan duuba sabboonummaa wayaa fi dubbii hin taatu. Oduu osoo hin taane, hojii barbanna. Ashaagreen Irreecha irratti afaan sabboonummaa dubbachuun, waraabessi biyya hin beeknetti itillee/erbee naa afaa jechuu dha. Lama na hin suufan jetti jaartiin qullubbii nyaatte.Kadiro Elemo


Namooti gochaa ajjeechaa Gullisootti raawwatame to’atamaniiru jedhe OBN Afaan Oromoo. Jiraattoti soba jedhan.

“Amma galgala kana OBN namoota gochaa suukanneessaa Gullisootti raawwatan seeratti dhiyaataniiru jedhee dabarsaa turte. Kun soba. Namicha akkas godhe galgala kana mataasaayyuu argeen ture.”
Oromo Dimocratic Party – Odp soba akkasii kana yoom dhiiftuu? Garuu dhugaa qabdu, kanaan duras kan obboleettii da’umsaa f hospitaala deemaa jirtu, kan mucaa wajjin waraanni keessan Dambi Doollootti ajjeese yoom adabdan. Iji uummataa isin ilaalaa jira. Galmeen seenaa hin guutu. Galaanni hedadatti bu’ee akkuma deebi’u wanti hunduu daangaa qaba.

Yosef Hamba Tola


Waaqni akka OPDO busheesse, waan biraa hin busheessine!!