ኢትዮጵያ: አሰገራሚው ምድር አቶ በቀለ ገርባ የዋሰትና መብታቸው

ኢትዮጵያ-አሰገራሚው ምድር : አቶ በቀለ ገርባ የዋሰትና መብታቸው እንደተፈቀደላቸው መለቀቅ ሲገባቸው በፋይል ቁጥር መሳሳት ህገወጥ የሆነ ተጨማሪ እስር ላይ ናቸዉ

ዛሬም “ተሰስተ የተባለው የመዝገብ ቁጥር” እንደሌለ ለፍርድ ቤቱ ቢገልጽም የቂሊንጦ ማረሚያ ቤት አቶ በቀለን እንደማይለቃቸው ለፍርድ ቤቱ አሰታውቀዋል። “እንደገና ይስተካከል” የተባለው የመዝገብ ቁጥር ከዚህ በታች በተገለጸው ደብዳቤ መሰረት እንዲሆን ማረሚያ ቤቱ አሰታውቀዋል።
አሰገራሚው ምድር!!

Here is the letter which explains the technical excuses used to keep Bekele Gerba in jail despite the court granting him bail


DhimmaObBaqqalaa– Ob Baqqalaa Garbaa akak wabii birrii 30, 000 qabsiisanii bahan manni murtiiw aliigalaa federaalaa guyyaa kaleessaa murteesse. Maatiinis horii qabsiisan. Garuu, manni hidhaa Qilinxoo lakkoofsi galmee kompiitaraa walhinsimne jechuun otuu hin gadhiifne bulche.
Manni murtiichaa ammas ajajni darbe qajeelaa ta’uu mana hidhaa san beeksisu ilele haga yoonaatti hin hiikamne.
Manni hidhaa ajaja mana murtii fudhachuu qaba ture.
Xalayaan kanaa gadii kun kan manni hidhaa gara mana murtiitti abrreessee dha.
Sababa uumanii hidhaa keessa tursaa jiru, Kun biyya seerri itti hin hojjanne ta’uuf, ragaa gaarii dha.

Via: Dhábasá Wakjira Gemelal


Mattuu– Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Mattuu yakkoota Agaaziin, Shashammannee, Gabra Gurarachaa, Amboo fi Gudar, Qaaqee, fi Oromiyaa bakka adaddaatti raawwachaa jiran balaaleffatan.
Yakkooti waraanaa Oromiyaa bakkoota hedduutti waraanni wayyaanee rawwatamaa jirus qaama addaatiin akka qoratamu gaafataniiru.