አይዴ ጫምበላላ!!Ergaa bagaa isinin gahe qeerroo oromoo obbolota keenyaa ilmaan sidamatif ergaamee.

አይዴ ጫምበላላ!! Ergaa bagaa isinin gahe qeerroo oromoo obbolota keenyaa ilmaan sidamatif ergaamee.

ለዳ Media


#ከቄሮ_ኦሮሞ_ለሲዳማ_የተላከ_የእንኳን_አደረሳችሁ_መልዕክት
የተከበራችሁ የወንድም ሲዳማ ብሔር ተወላጆች እንኳን የአብሮነትና የፍቅር ተምሳሌት ለሆነው ለታላቁ ዘመን መለወጫ ፍቼ ጫንባለለ በዓል በሰላም አደረሳችሁ አድርሰን።

የጫንባላላ በዓል የወንድም ሲዳማ ብቻ ሳይሆን የእኛም የኦሮሞ እነደሆነ ስለሚሰማን የአመቱን ፍቼ ከወንድማችን ሲዳማ ጋር በደማቁ ለማክበር ቀኑን በጉጉት ስንጠብቅ ነበር።

ይሁንና በአለማችን የተከሰተው ኮቭድ 19 ምክንያት የዘንድሮውን ጫንባላላ ግድ ሆኖብን በአካል ብንራራቅም በሀሳብ እየተሳሰብን የአምናውን በአል እያስታወስን በቤታችን ማክበሩ ግድ ሆኖብናል።
ይህ አስቸጋሪ ግዜ አልፎ በአላችንን በጋራ የሚናከብርበት ግዜ ይመጣል።
#ሲዳማ+ኦሮሞ= #አንድ_ነን
#አይዴ_ጫንባላላ

Ergaa bagaa isinin gahe qeerroo oromoo obbolota keenyaa ilmaan sidamatif ergaamee.

kabajaamtoota obboloota keenyaa dhalaatoota sidaama bagaa ayyanaa jalalaa kan waalini keenya kan ta’e ayyanaa guddicha fichee canbalalaatiin isin gahee.

ayyanni canbalalaa kan dhalatoota sidamaa qofa osoo hin taane kan keenya kan ilmaan oromootati.

kanaafuu nutis ayyanaa kana obbolewwan keenya ilmaan sidamaa waliin kabajuuf hawwii guddaan eega turre.garuu dhibee tibbana kanaa addunyaa muddaten sababa covid 19 tin ayyanaa bara kanaa dirqaama nutti ta’e akka mana keenya kessatti kabajannu tanneerra.

nutis qamaan gargar fagaannus yadaan wal yadachaa ayyanaa bara darbee waliin dabarsinee yadachaa mana keenyatti kabajuun dirqaama nutti ta’era.

barri hamaan kuni darbee barri ayyanaa keenya walin kabajannu ni dhufa.

#sidama+oromoo =#nuti_tokko.
#ayidee_canbalalaa!!!!

Ejjeetto Sidama Affairs ESA