አንድነት አንድነት የዜግነት ፖለቲካ የሚሉ ሰዎች የጦርነት ጥሪ አድርገዋል!!!

Above Single Post

አንድነት አንድነት የዜግነት ፖለቲካ የሚሉ ሰዎች የጦርነት ጥሪ አድርገዋል

OMN: FICHEE KUTAA 1FFAA ( Fulbaana 11,2019)


Lataa Qana’ii


ሃገር ይረበሻል ብለን ነው እንጂ ዳንኤል ክብረት ፀረ ኦሮሞ የሆኑ ንግግሮች ያደረጋቸው በርካታ video እጃችን ላይ አለ!!
Daniel Kibret must get out of the palace!!

Tamiru L Kitata



“መንጋ”?


Ayyaani oromoo Mangaagashe haajallisu jedhumoo ? Jafar Yusuf

ODUU GAMMACHIISAA Fulbaana 12/2019
DIRREEN WBO ZOONII ADDAA GUYYAA HAR’AA IFATTI HOOJISAA JALQABEE JIRA.

Akkuma beekaamu Gootichi Waraanaa Bilisummaa Oromoo WBOn Kutaawwaan oromiyaa adda addaa keessaattii kufee kuffisaa falma hadhooftuu gochaa jira.Kanaanis Wareegama qaalii baasaa injifannoo balbala galma bilisummarraa Sabasaan gahee jira.Lollii walirraa hin cinne amma ta’aa jiran heedduun isaanii baadiyyaa oromiyaa keessaattidha.Kun immoo
1. Diinni Finfinnee fi naannooshee akka dachee bilisaattii/Comfort zone/fudhachuun wiirtuu bobbaa godhatee jira.

2. Dhaabbilee dinagdee,siyaasaa,Waraanaa,tikaa fi Poolisii Sirna nama nyaataa diqaaloota opdo mirteessoon Finfinnee fi naannoo isheetti argamu.Dhaabbileen kunimmoo dhaabbilee qiyyaafannoo QBO,WBOtiin durfamuuti.

3. Waajiraaleen hawwaasaa Idl_addunyaa Finfinnee maandheffatanii jiru.Wareegamni QBO baasaa jiruu fi Injifannoo boonsaa inni gonfachaa jiru haawwaasaa idil-Addunyaa hawwaachuu qaba.
Kanaafuu Hooggaanni Waraana bilisummaa Oromoo Finfinneef naannoo maandheffate falmaa geggeessu akka qabu ji’oota Saddeetiin,dura waliigalteerra gamee buleera.Murtii kanarraa ka’uun ogeeyyiin Riphee lolaa magaalaa gahumsaa fi muuxannoo qaban ramadamuun Finfinnee fi naannoosheetti akkaataa sochii WBO mijatuu fi qorannoo lafaarra erga turanii guyyaa har’aa ,Fulbaana 12/2019 WBO Zoonii Addaa Finfinne fi naannoosheetti sochiisaa eegale jira.

Hubachiisa#Zoonii WBO Finfinnee.fi naannooshee kana amma maqaa Zooniii Addaa WBO kan jedhameef qaba.Innis haalli qubsuma uummata Finfinnee saboota biroon kan wal laaqee,fi bobbaa galmaa mootummaa jala ta’uusaa Caaseffama WBO bakkoota kaaniirraa adda, kan ta’e tooftaa lolaa addaa ,caasaa dhiheessii fi hoogganaaa waan barbaachiiseefidha!! Injifannoo Uummata oromoof Gadaan Gadaa xumura garbummaatti.
IUOf
WBO DURATTI!!

Maammee Caffee


Below Single Post