አቶ ዳውድ ኢብሳ የቁም እስረኛ ሆነው ባሳለፉበት ጊዜ ያጋጠማቸውን ነገር ተናገሩ

አቶ ዳውድ ኢብሳ የቁም እስረኛ ሆነው ባሳለፉበት ጊዜ ያጋጠማቸውን ነገር ተናገሩ


Gurraandhala 23/2021 Breaking_News
 
Lixa shaggar Amboo Jibaat. Godina Shawaa lixaa aanaa Jibaatti Irree fi gaachanni Uummata Oromoo WBOn Zoonii Giddu galaa Lixa shaggar keessa socho’uu waraana weerartuu pp haleelee jira.
Haaluma kanaan ganama har’aa Lixa shaggar Aanaa Jibaat naannoo bosona #Jibaatitti waraana weerartuu pp Sakatta’aaf kallattii hedduu irraa garasitti bobbaate haxxee hidhee haleeluun 50 ol ajjeesuun 30 ol Kan taatu madoon adabee jira.
 
✓Kan madoofte Ambulance 8n fi patrol 5n Ambo keessa dabartee Finfinnee galtee jirti.
Meeshaaleen waraanaa hedduus diinarraa booji’ameera.
Odeessa dabalataa qabannee deebina nu eegaa!!
 
Via: Maammee Caffee