አቶ ዳውድ ኢብሳ ከቪኦኤ ጋር: ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የሃገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል።

አቶ ዳውድ ኢብሳ ከቪኦኤ ጋር: ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የሃገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል።

አቶ ዳውድ ኢብሳ

(amharic.voanews)–ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የሃገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል።

ዋሺንግተን፤ ዲሲ

ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል።

ግንባሩ ህዳር 16/2012 ዓ.. ባወጣው መግለጫ ችግሩን ይበልጥ በማስፋፋት ወደ ህዝቦች ግጭት ለመቀየር ሲሞክር እየታየ ነው ብሏል።

የግንባሩ ሊቀመንበር አቶ ዳውድ ኢብሳ ከቪኦኤ ጋር ያደረጉትን ቃለ ምልልስ ከተያያዘው የድምፅ ፋይል ያዳምጡ።


“የኦሮሞንና የተጨቋኝ ብሔር ብሔረሰቦችን መብት ለማስከበር የኦነግ አመራሮች እስከ መስዋዕት ለመክፈል ዝግጁ ናቸው::”

Ittafaa Oro

የኦሮሞንና የተጨቋኝ ብሔር ብሔረሰቦችን መብት ለማስከበር የኦነግ አመራሮች እስከ መስዋዕት ለመክፈል ዝግጁ ናቸው


Gaali jenaan maalif hin bektuu
Sitti himnaan hin dhageetuu
Dhaloota qubee

Obbo Tayee dadhabaa walin kolfaa gari
mudin kun chominotumaa irraa baredaa

Rediwan Ahmed


Ati OPDO bakka buuta moo Oromoo bakka buuta?
Gaaffii akkasii maaf na gaafatta? – Taayyee Danda’aa #OMN irratti

Guuyyoo Waariyoo gazexeessaa OMN arra Taayyee maraataa tahuu isaa ifa nuuf baasuu keetiif galata qabda. Hanga ammaa ummanni keenya akka Maraataan hogganamaa ture waan beeku hin seehu. Kana booda garuu Maraataan akka Taayyee biyya bulchuu mitii mataa isaatiifuu nama harka qabee alaa galchu barbaaduun nama hundaaf ifa .
Galatoomi !


Sagantaa Oromoo Finfinnee lafarraa haaxaawu kan Minilik waliin ta’ani qopheessan turan warra French dha. Sagantaa biyyatti Afaan tokko aadaa tokko amantii tokko jedhuf gargaarsa kan godhan warra French fi Russia.

Magaalaan France Lyon master plan Finfinnee Oromoo miliyoonota buqqaasu baasu gargaare.

Taakkalaa Uumaa Magaalaa kanatti maal godha? Keessatu yeroo ammaa.

Namtichannana deebi’iti daangaa Finfinne bara 1994/95tti deebisi.

Biyya Oromiyaa


OMN: Marii Artistoonni qondaalota mootummaa waliin godhan ilaalchisee gaaffiifi deebii taasifame.


Pirisdaantiin Eritrean Esayas Afork yeroo hedduu irra deddeebi’ee Dr Abiyyii Nafxanyaa hin leelisin jedheen gorsee dadhabe jedhan . Obbo Esayas Afork kan manaa nu baasee gara Dirree waraanaa fi Gara bosonatti nu geesse tuffii Amaarri ilma namaaf qabuu fi Ol’aantummaa Amaarri nama irratti barbaadu. Yaa Dr Abiyyii saba bal’aa Afrikaa saba Oromoo qabdaa nafxanyaa jala hin fiigin jechuun yeroo hedduu dhaameef jedhe .

Hacaaluu Hundeessaa Boonsaa

 

 


#TARKAANFII
#ZOONII_LIXAA
Gootichi wabii saba Oromoo guyyaa hardhaa Ona sayyoo,ganda dulliitti kaampii diina ilmaan Oromoo irratti tarkaanfii jabduu fudhateera. Haaluma kanaanis oliif gadi #hurgufee, ishee caraansisee, du’aaf madoo gochuun akka adabe maddi keenya nuuf eeree jira.
#ITTI_MUDDI_LEENCAKO!