አብዮት ካሣዬ በላይነህ በግድ ኦሮሞ ልሁን እያለን ነው ለምን ግን?

አብዮት ካሣዬ በላይነህ በግድ ኦሮሞ ልሁን እያለን ነው ለምን ግን?

#Empire bara baraan goototaa, qabsaahoota, sabboontotaafii hayyoota dhala oromoo ta’an nyaataa asgeetteefii hardhaaf borus nyaataa jiraattuudha.
#Empire ALAABAAN ishee iddoo dhufee hin beekkamneedha.
#Empire Afaan biraa dubbatuudha.
#Empire. Sirna lakkoofsaa yookiin Kalaandara oromoon hin beekneefii iddoo irraa dhufe hin beekkamneen fayyadamtuudha.
#Empire Lafa oromoo malee saba oromoo jiraachiisuu goonkumaa hin heeyyamneedha.
#Empire sirna oromoo hin feenee fii sirna oromoo bakka hin buune qabduudha.
#Empire seenaa oromoof wareegamtoota oromoof gammaddee dhiichiistudha.
#Empire qabsaahoota oromoo warra ajjeesseef siidaan dhaabbateefii leelliifamtuudha.
#kanaaf_empire_ethiopia_oromoof yoomiille hin taatu jedhanii hayyoonii miliyeena hedduu oromoof oromiyaa jechaa lubbuu ofii laachuuf murteefatanii wareegamaa jiran.
Dhaloonni kunis tokko filachuu qaba. #1_OROMOOF OROMIYAA WALABOMFANNEE jiraachuu
yookin
#2_ETHIOPIAAF HABASHUMMAA baadhannee, baraa barattii dhumaa lafaaf qabeenya keenya isaaniif laachuu.

Qabsooftu oromoo jabdu nama kan tate Najat Hamza Hiriira moormii oromiyaa tiqqoo minisoota keessatti godhameen akkas jechun oromoof erga dabarsite jirti.

Adem Abdulle


Ethiopia: የጽዮን ግርማ ዘገባ – ከሃጫሉ ግድያ በኋላ ደግሞ ይበልጥ የተካረረው የሕወሓትና ብልጽግና ፍጥጫ | TPLF vs PP


Mee Rabbii keessani jedha kana dubbisaa ragaa kana caale jira ,Abiy Andargachew wajjiin ta’ee Haacaaluu Ajjeesuu, Ajajni Masaraa irraa kennamuun, Kaayoon Haacaaluu ajjeesaniif barruu kana irraa jira dubbisa ni argaattu.

Sead Usmael Yusuf

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.