አብይ አህመድ አሊ 7 ኛው የኢትዮጵያ ንጉሥ ለመሆን ስንት ኦሮሞ ማስገደል አለበት?

አብይ አህመድ አሊ 7 ኛው የኢትዮጵያ ንጉሥ ለመሆን ስንት ኦሮሞ ማስገደል አለበት?
 
Ragaan namoota sirna bulchinsa Abiyyi Ahmad jalatti ajjeefamanii akka ibsutti lakkoofsi ilmaan Oromoo kanneen ajaja Abiyyi Ahmadiin ajjeefamanii 7179 gahee jira. Ragaan akka ibsutti, Namoonni 5319 Wallaggaa fi Gujii keessatti kan ajjeefamaniidha. Namoonni 1860 godinaee oromiyaa garaagaraa keessatti kan ajjeefamaniidha.
በአብይ አህመድ ስርአት ውስጥ የተገደሉት የኦሮሞ ተወላጆች ሰባት ሺህ አንድ መቶ ሰባ ዘጠኝ የደረሰ ሲሆን ወለጋ እና ጉጂ ውስጥ 5319 ሰላማዊ ሰዎች በተቀሩት የኦሮሚያ አከባቢዎች 1860 ሰዎች ተገድለዋል።


Muummichi Ministiraa duraanii Abiyyi Ahmad daqiiqaa shan haasayee otuu waan dogoggoraa hin dubbatin haasaa isaa hin xumuru.
Haasaa Ebba Paarkii Inxooxoo irratti har’a haasayerratti waan nama ajaa’ibu dubbate.
“ Duuti waan jirudha. Maalif akka waan guddaatti ol fuutani dubbattu? Ameerikaatti ji’oota muraasa kana qofatti namoonni Koronaadhaan du’an waggaa shanan darban Itiyoophiyaatti hin duune. Kanaafuu duuti kutaa jireenyaa keessaa isa tokkodha.Jiruun ittuma fufa” Jedha.
Isin ajjeesuu ittuma fufna, ameerikaatti kan nama ajjeesu Koronaadha asitti immoo nuti isin ajjeefnaa warri biyya alaa teessanii du’a biyya keessaa balaaleffatan akkuma du’a Koronaatti ilaalaa malee mormuu,balaaleffachuu, nu abaaruu dhiisadha hiikkan isaa.
Habtamu Tesfaye Gemechu

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.