አቢይ አህመድ የኦሮሞ ጠላት ነው::

– ተወደደም ተጠላ በጥቅማጥቅም ያልተገዛ ኦሮሞ ሁሉ የኦነግ አካል ነው::
-ስለሆነም የኦነግ ጠላት ከሆንክ የኦሮሞ ህዝብ ጠላት ነህ:: ይሄን ሀቅ ዋጥ አድርግ::
– አቢይ አህመድ ኦነግን “ሊያጠፋ” ዝቷል::
– ስለሆነም አቢይ አህመድ የኦሮሞ ጠላት ነው::
አለቀ::


Mudde 14/2020 Aanaa Najjoo ganda Meexxii Maaramii jedhamutti obbolaa lama dabalatee dargaggoota 8 waraanni motummaa halkan sa’a 7:00’tti mana maatii keessaa gadi baasuun bakka tokkotti ajjeese.
Dargaggoonni ajjeefamanis
1, Dirribaa Tarfaasaa
2, Yiggazuu Karrayyuu
3, Ballinaa Karrayyuu
4, Guutuu Kumarraa
5, Ballinaa Waaq-kennee
6, Eebbaa Moosisaafi dargaggoonni lama maqaan nun qaqqabne.
Motummaan Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaa irraa Network balleessee ajjeechaa sanyii duguggaa geggeessaa jira.!
Qaxalee Oromoo


“ፕሬዚዳንት ኢሳያስ እንድታሰር…”ልደቱ፣ ጄነራል አበባው ስለኤርትራ ውለታ፣ “ወልቃይት አይመለከተኝም”፣ የፀጥታው ም/ቤት በኢትዮጵያ ጉዳይ ተበተነ| EF