አሁን በደረሰን ዜና ሼክ ሞሃመድ ሁሴን አሊ አላሙዲን የረመዳን ፆምን በሳዉዲ የሚያሳልፉና በኢድ አልፈጥር በዓል ቀን አዲስ አበባ እንደሚገቡ ተረጋገጠ፡፡

አሁን በደረሰን ዜና ሼክ ሞሃመድ ሁሴን አሊ አላሙዲን የረመዳን ፆምን በሳዉዲ የሚያሳልፉና በኢድ አልፈጥር በዓል ቀን አዲስ አበባ እንደሚገቡ ተረጋገጠ፡፡

MM Itoophiyaa Dr. Biyyi Ahmad biyyaa Saudi Arabiyaa deemee yammuu Sheek Alamuddiin hidhaarraa hiiksisaa jirutti hidhamtoonni siyaasaa Oromoo murtii dabaa hidhaa waggaa 12 itti murtaa’uun barameera.

Namichi Alhammuddiin jedhan kuni bara wajjiin jijjiirama. Bara mootummaa Dargii kanuma mootummaa dargii ture. Adeemsa keessa akkuma kufaatiin mootummaa Dargii bareen woyyaanee bosona keessatti gargaaruu eegale jedhu. Waggaa 27f qabeenya biyyattii saamaa mootummaa woyyaanee akka ofi ijaartee aangoo gubbaa turtu utubuun gahee olaanaa taphate.

Barana garuu qabsoon Oromoo Alhammuddiin garmalee kasaarsite. Ummatni Oromoo lafa inni saame harka caalaa irraa deebifate. Akkasuma Albuuda Laga Dambiis duunee dhumanna malee kana booda Alhammuddiin deebi’ee hin saamu jedheera. Kuni osoo kanaan jiru Dr. Abiyyi imala gara Saud Arabiyaatti taasiseen Alhammuddiin akka hidhaa bahu haala mijeessuu dhagahaa jirra. Gafiin jirtu Alhammuddiin hidhaa bahuu osoo hin taane Alhammuddiin kana booda kan woyyaanee ta’a moo Oromootti harka kennata laata? tan jettu. Yoo akka amala isaa ta’e gara barri itti deemaa jiru ilaalee ummata Oromootti harka kennatee jiraachuu mala jedheen yaada.

Oromoon garuu Alhammuddiin bahes dhiises qabeenya ofii albuuda Laga Dambii dabalatee hunda isaa dhuunfachuun warra Alhammuddiin keemikaalaan miidheef beenyaa gaafachuu qaba.



አሁን በደረሰን ዜና ሼክ ሞሃመድ ሁሴን አሊ አላሙዲን የረመዳን ፆምን በሳዉዲ የሚያሳልፉና በኢድ አልፈጥር በዓል ቀን አዲስ አበባ እንደሚገቡ ተረጋገጠ፡፡

Kiyya Hararghe


የኢትዮጵያ ህዝብ ሆይ ትግስቱ ኖሮህ ግዜህን ሰጥተህ ይህን ግፍና በደል በቅጡ አድምጠው::

#Ethiopia : የኢንጅነር አሰፈ በለጠን አገዳደል ታሪክ ስትሰማ ሼክ መሀመድ አላሙዲን ኢትዮጵያ ውስጥ ነበር መታሰር የነበረበት ብለህ ትመኛለህ:: ኢንጅነር አሰፈ በለጠ እግዚያብሔር ነብስህ ይማረው::