ታማሪዎች ታፈኑ የሚለዉ ድራማ ደራሲዉ በድንብ ያልፃፈዉ ድርሰት ነዉ:: የኦሮሞ ነፃነት ጦር የነፃነት ታጋይ እንጂ አፋኝ ሰራዊት አይደለም (መሮ ዲሪባ)

ታማሪዎች ታፈኑ የሚለዉ ድራማ ደራሲዉ በድንብ ያልፃፈዉ ድርሰት ነዉ:: የኦሮሞ ነፃነት ጦር የነፃነት ታጋይ እንጂ አፋኝ ሰራዊት አይደለም (መሮ ዲሪባ)

#Adaamaa (Inbox)

“Odeeffaannoo haqaa

“Dhamsaa kanaa Ummata nuf gahaa
Taatee Adaamaatti aammaa rawwaatama jiruu
Magaalaa Adaamaa keessatti
Daalaltoota fi Hoggansi qa’ee
Qonnaan bulaa Lafa Lakkofsaa
Kardii Qonnan bulaaf Kennamu qabu
Kardii qonnaan bulaa daalaltootini
Lakkofsaa Qonnaan bulaan boruun lafa karta qabu ittin naf kennan jedhee eguu warri hogansaaf dalalii jalaa gurguraata jiru akkasuma. Warri pilxiginaa dhadheessani fi caasaa Gandaa jalaa eegee raasaanifis laaftii
Kenamaa jira laaftii Kan ummaatati moo
Kan qamaa sirna bulchuuti?

“Namoota Adaamaa Alagaan dhaalchisuuf
Lafa seeraan Alaa gurguraata jiran keessaa muraasa
1- Abarraa Hogganaa kut/bulDaabee
2- Toleeraa wandimmuu-Hogganaa lafa kut/bul daabee
3- warqinaa- ogeessa kut/bul daabee
4- Ifaa-ogeessa
5- Dajanee Gammachuu- Hojjataa kut/bul daabee
6- Shibbiruu Nuuraa- Bulchiinsa lafa magaalaa Adaamaatti Itti gaafatamaa baankii lafaa
7- Baqqalaa- Bulchiinsa lafa m/Adaamaa
8- Assagid- kantiibaa M/Adaamaa
Fi kanneen biroos Kan ijaa baassani seenaa
Bada Adaamaarratti hojeechaa jiraan jiru.”

Via: Tsegaye Ararssa


Melada Media ምርጫ 2012 እና የሲዳማ የፖለቲካ ድርጅቶች ዝግጅት(Jan.14.2020)



LTV WORLD: LTV WEKETAWE : ክርስቲያን ታደለን ጨምሮ ከለውጡ በኋላ ጨለማ ቤት ታስረናል – ኮ/ል ገመቹ


ታማሪዎች ታፈኑ የሚለዉ ድራማ ደራሲዉ በድንብ ያልፃፈዉ ድርሰት ነዉ:: የኦሮሞ ነፃነት ጦር የነፃነት ታጋይ እንጂ አፋኝ ሰራዊት አይደለም (መሮ ዲሪባ)

Melada Media ምርጫ 2012 እና የሲዳማ የፖለቲካ ድርጅቶች ዝግጅት(Jan.14.2020)

OMN: Oduu Guyyaa (Amajji 15, 2020)