በወቅታዊ የኦነግ ፣ የትግራይና የኢትዮጵያ ጉዳዮች ላይ የተደረገ ቆይታ- ፖለቲከኛ አቶ ዳውድ ኢብሳ ||ስለ ሀገር |ክፍል1

በወቅታዊ የኦነግ ፣ የትግራይና የኢትዮጵያ ጉዳዮች ላይ የተደረገ ቆይታ- ፖለቲከኛ አቶ ዳውድ ኢብሳ ||ስለ ሀገር |ክፍል1


Korri Sobaa Boordii Filannoo birattis Kufe!

Korri Sobaa gantootaan gaafa 13/03/2021 gaggeeffame ulaagaa kan hin guutne,hirmaachisaa kan hin taane,seeraa fi heera akkasumas dambii bulmaata ABO kan eege miti jechuun Boordiin Filannoo kufaa taasise. Xalayaan isaan beekamtii ittiin fudhachuuf eeggatan kufaa tahee jira. Gantuun bakka itti kabajamtu hin qabdu. Kanumaan gaafa ibsa kennan kan karaa bitaa argamu, Galaanaa Nagaash kan karaa bitaan jiru,Biraanuu Lammaa dargaggoota kutaa 10ffaatti kufanii OPDO jala seenuun basaasaa turan kanneen Sandaafaa Bakkeetti caasaa Ibsaa Nagawoo tikaaf hojjetu bara 2019 keessa diriirsanii qabeenya horachuun oolmaa daa’immanii banachuun achumaa barsiisani dha.
Qeerroo Intelligence Group

Baqattoonni Oromoo biyya Yaman erga hiriira adeemsisuu jalqabanii guyyaa 15 lakkoofsisanii jiru. Ammas furmaata hin arganne!!