“በኦሮሞና በአማራ መሃከል ጥላቻና ጥርጣሬን የሚያሰፋ ድርጊቶችና ፕሮፖጋንዳዎች እንድንቆጠብ እንጠይቃለን!”

“በኦሮሞና በአማራ መሃከል ጥላቻና ጥርጣሬን የሚያሰፋ ድርጊቶችና ፕሮፖጋንዳዎች እንድንቆጠብ እንጠይቃለን!”

Waggootan darban rakkoo nageenyaa mudateen namootni/maatii hedduu miidhaan irra ga’ee haala rakkisaa keessa jiran jajjabeessuufi deggaruun dirqama mootummaa ta‘us lammiin hundinuu itti hirmaachuu qaba.

Ijoollee Ad. Birhaanee Maammoo dhiyeenya kana da’umsaaf gara hospitaalaatti geeffamaa utuu jirtuu Dambii Dollootti ajjeefamte yoo ilaallu ijoolleen rakkoo nageenyaatiin maatiisaanii dhaban bakka jiranitti akka deggeramanii guddatan gochuuf xiyyeeffannoo keenya barbaada.

Rakkoon nageenyaa balaa akkasiif nusaaxilaa ture kun akka dhaabatuuf mootummaan olaantummaa seeraa kabajchiisuun nageenya mirkaneessuuf uummata wajjin ni hojjeta. Kana booda humni nageenyaa meeshaa hidhatee magaalaa keessa akka hinsochooneef nagaa ofii eeguu keessatti ga’een uummata keenyaa olaanaadha.


Shukshukta (ሹክሹክታ) – ዶ/ር አብይን በመርዝ ሊገድል የነበረው አጃቢ… | Dr Abiy Ahmed | TPLF | OPDO