በኢትዮጵያ ባለአገር እንጂ ባለተራም፣ ባለአደራም የለም!!! ባለአገሩ ደግሞ በአገሩ ላይ ታፍሮና ተከብሮ እና ራሱን አስከብሮ ለዘለዓለም በሉዓላዊነት ይኖርበታል እንጂ አገሩን ለማንም በተራም ሆነ ባለአደራ መልክ ሰጥቶ አያውቅም፣አይሰጥምም! መልካም ኢሬቻ!

Above Single Post

በኢትዮጵያ ባለአገር እንጂ ባለተራም፣ ባለአደራም የለም!!! ባለአገሩ ደግሞ በአገሩ ላይ ታፍሮና ተከብሮ እና ራሱን አስከብሮ ለዘለዓለም በሉዓላዊነት ይኖርበታል እንጂ አገሩን ለማንም በተራም ሆነ ባለአደራ መልክ ሰጥቶ አያውቅም፣አይሰጥምም! መልካም ኢሬቻ!Birhanemeskel Abebe Segni
Abbooni Guyyaa Araa sa.a 3 Olla mana hidha ture Rajii Waraanii Motummaa Birii kuma 3000 fi uftaa Alalabaa Ana Samee Guyyaa Araa Bakka Tuullu Diimittu jedhamutii Waraanii motummaa Alabaan Ummata Oromoo kuma DHiibaa 600 Oll Ummata irraa gurame jira Ani Nama Qama waraana motummatiin Sammame keessaa Tokko Sanuu waraana F/d . Birii Kuma 3000 fi Ufftaa Alalabaa Oromoo kana Suufa 1 Surre isati fi kooffiyya 1 isati walin Caalee Obboleti kiyyaa Alabaa 1 Oromoo 1 Ana Samman Adem Misoma
Adem Misoma 


Akka carraa ta’ee Irreecha Hora Finfinnee har’aa irratti argameera. Warra imimmaan ija irra yaa’u kanaanis walitti dhufeera. Sagaleen isaan dhageessisaa turanis garaa nama nyaata. “Dhumaatiin ummata keenya Wallaggaa fi Gujii irra gahaa jiru hatattamaan haa dhaabbatu; Komandpostiin nu irraa haa ka’uu” fi waa baayeef sagalee dhageessisaa turan. Ummata ammatti sagaleen isaa ukkaamamee jiruuf sagalee ta’an.
Anabar Gadaa

keessi keessan keessa kooti
wajjin eelle bakka malee
Boonyi keessan boohakooti
na boosisa akka malee
Kan siif birmatus dhabde
garaa jabatullee firri
Ilmaan shiftaa yoo jedhamte
sitti maggafamus shirri
Yoo Bokokes bulee dhoha
Bubbuleema kufa dharri
Obsi obsi yaa tirukoo
siifis bulee dhufa barri
….boo’ichi ilmaan Wallagga Irreecha Hora Finfinneerratti boohan garaakoo na madeesse,dhugaa qabdu obbolaakoo!



ነፍጠኝነት ብሄር የለውም!! እኔ ነኝ ያለ መጮህ ይችላል!!
#ነፍጠኛነት በሰፊው የአማራ ህዝብ ትግል ይወገዳል


Ethio 360 Zare Min Ale Fri 04 Oct 2019

Below Single Post

1 Comment

  1. Indeed! Well articulated, Birhanemeskel Abebe Segni!

    I loved your assertion and wanted to repeat it in English, and hope that my understanding of the Amharic version is correct and my translation may meet minimum standard to convey your intended message. Apologies if I might have mistranslated your message.

    “There is neither a turn taker nor care taker in Ethiopia; there are only the owners of the country. The owners of the country have never handed their country over to turn takers or care takers. Therefore, the owners of the country will assert themselves, be respected and live in their sovereign country for ever, independently”. That is, Oromo’s Ownership of their sovereign country, Oromia, including Finfinnee is their inalienable right which is not on offer to either turn takers or care takers. They will continue to assert themselves, and ascertain their abbabiyuumma. Qeerro and qarree, got the message?

    Happy Irreechaa 2019!
    OA

Comments are closed.