በአማራ ክልል እና በቤኒሻንጉል ጉምዝ ክልል በአገዉ እና..

KMN:- September 17/2020
በአማራ ክልል እና በቤኒሻንጉል ጉምዝ ክልል በአገዉ እና ቅማንትብሔረሰቦች ላይ እየተደረገ ስላለዉ ግድያ ከብሔሩ ተወላጆች ጋር በአካባቢው ስላለዉ ሁኔታ

Coloneel Abiyyi Birrii Saamaa jennaan Poolisoonni TV fi Quumsaaxiniin osoon hafne Barafuutti bobbahaniim dhiiroo!!


Harargee Lixaa, aanaa Odaa Bultumitti, poolidonni bilciginnaa karaa hunda qabachuun namoota karaarratti argan mara qabanii waan isaan kiisha keessaa qaban hunda saamaa jiru.
Konkolaachiftootaan ammol, ”Qarshii 5000 fiddan malee hin dabritan” jedhanii diqisiisanii irraa fudhataa jiru.
Hawwan hunda mudhii isaanii sakatta’anii maallaqa isaan qaban mara irraa fudhataa jiru.


Haalli Maatiin

Lammii Beenyaa

keessa jiran sodaachisaadha.

Erga Lammii Beenyaa hidhamee kaadiroonni mootummaa gara maatii isaatti imaluun doorsisuu fi rakkisuu itti fufanii jiru.obboloonni lammii maatii waliin jiraachuu hin dandeenye.ijoollee halkanii fi guyyaa humna itti bobbaasuun qabuuf yaalii hedduu taasisaa jiru.sababa kanaa ijoolleen mana baqatanii rakkoof saaxilamanii jiru.kun kanaan osoo jiruu guyyaa kibxataa darbe abbaa lammii Beenyaa obbo Beenyaa Qajeelaa ijoolleekee dabarsii nutti kenni jechuun Qabanii Godiina wallagga bahaa aanaa waayyuu tuqaatti fiduun waajjira poolisii aanichaatti rakkisaa jiru.ijoolleen mana baqatanii rakkataa jiru.Haati lammii qofaa ishee rakkoo argaa jirti. Namni aanicha bakka bu’ee kana taasisaa jiru Mulaatuu Lammii Guddataa Jedhama.magaalaa naqamtee naannoo yuunivarsiitii wallaggaa jiraata.

Oda Labsi Fajji

‘tiin