በአሁኑ ሰዓት: የወያኔ ጦር ነገ የሚጀመረውን የስራ ማቆም አድማን አስፈራርቶ ለማስቀረት በባሌ ሮቤ ከተማ አውራ ጎደናዎች ላይ በሰልፍ በመዘዋወር ላይ ይገኛል።
Via: Dejene Gutema
Balee Roobee : Waraana Wayyaanee
Ganamakanaa warraannii wayyaanee hiriiraa galuun magaalaa roobee keessaa hangaa yuunivarsiitii maddaawalaabuutii deemaanii oldeebiaan maal yaadanii tayinnaa ayyaannii warannii karaa irrattii kabajuu hoo ni jiraamoo nu cabsataa jiraan or mudii nurrattii qabataan