ቄሮም ኢንባሲዎችን የመቆጣጠር ፍልሚያ ሚኒሶታ የጀመረው ለንደን ላይ ቀጥሎ ፓሪስ ደርሷ

ቄሮም ኢንባሲዎችን የመቆጣጠር ፍልሚያ ሚኒሶታ የጀመረው ለንደን ላይ ቀጥሎ ፓሪስ ደርሷ

Oromiyaa xiqqoo minnesota yaa jaal “marroo” qeerroo bilisummaa 

48- Hours CAPITAL RALLY.
First day in Minnesota.


OMN:የቄሮ ትግል እና የመንግስት ጭካኔ (Aug 20, 2020)

~France Paris
#የፈራንሳይ ቄሮም ኢንባሲዎችን የመቆጣጠር ፍልሚያ ሚኒሶታ የጀመረው ለንደን ላይ ቀጥሎ ፓሪስ ደርሷልየነፍጠኛውን ቡድን ኤምባሲ በር ላይ በመሆን ወጥሮ ይዞዋል።
#ትግላችን ሁሉን አቀፍ እርምጃዎችን የያዘ ነው።
#Aluta continua

ናሽናል ፕሬስ


OMN: Hiriira Mormii Dubartoota Seattle WA


#Share Walif Godha Akeekkachiisa❗️

Tooftaa diinni keenya nutin deema jiru.

”Olaantummaa seeraa kabachiisuuf, Oromoo mataa mataa keessa rukkutun sirridhaa.” Ibsaa Mootummaa PP Oromiyaa har’a baasee keessa. Garuu osoo akkas jedhu har’a moo uummataa sossobuuf gara kutaalee Oromiyaa Harargee , Shaashamannee fi Godinoota Arsii deeme uummatan tasgabbaa’aa wanti hundii nagaadha jechuuf qophaa’a jira. Uummanni keenya gonkummaa shira mootummaa nafxanyaa kana akka hin dhageenye walii hubachiisuu qaba. Bakka inni dhufe hundaatti dubbii fi marii tokkollee akka waliin hingoonee uummata keessanitti himu qabdan. Keessatti xiyyeeffannoo isaanii ammatti gara baha Oromiyaatti. Qeerroo fi Qarreen akkasummas uummaanni Oromiyaa kallatti sana jirtan waan kanaa quba qabadhaa.

Nuti Uummanni Oromoo Qabsoo eegalee hanga furguggeen isaa galma bilisummaa gahutti qabsoon itti fufaa. Qabsoo Oromiyaa keessa giimii qaanqee saaqee ka’e hanga bilisummaa fi birmadummaa uummataa Oromootti tasgabbaa’uu hin danda’u.
Shiroota diinaa fulduraa dhaabbachuun murannoo fi kutannoo keenya itti agarsiisna.

Waliif dabarsaa(Share) wal biraan gaha❗️

Shira fi kijibdootaf gurra hin kenninaa.
Oromoo hidhama jira, du’aa jira. Qabsoo keenya itti fufaa.

Tokkummaadhan ammas gara qabsoo keenyatti deemsi itti fufaa.

Ni moona Oromoo❗️.

Adem Misoma

Marii Qeerroo London kan guyyaa hardha Embassy ethiopia Uggure Oole.