ሰበር ዜና: OPDO የሀሰት ሽማግሌ አቋቁማ የኦነግ ባለስልጣት ሳይሠሙ ወደ ምዕራብ ኦሮሚያ በሚንቀሳቀሱ ሠራዊት-WBO ላይ ሥለላከች የኦሮሞ ህዝብና የኦነግ ሠራዊት ጥንቃቄ እንዲያደርግ ፡፡ ድል ለጭቁኖች ፡፡

ሰበር ዜና:OPDO የሀሰት ሽማግሌ አቋቁማ የኦነግ ባለስልጣት ሳይሠሙ ወደ ምዕራብ ኦሮሚያ በሚንቀሳቀሱ ሠራዊት-WBO ላይ ሥለላከች የኦሮሞ ህዝብና የኦነግ ሠራዊት ጥንቃቄ እንዲያደርግ ፡፡
ድል ለጭቁኖች ፡፡
የወያኔና የነፍጠኞች ተንኮል ሥላለበት ጥንቃቄ ይደረግ፡፡

Moti Gellicha 


Lammaa magarsaa inni afaan dammaa nama kuma afurtama(40,000) mana hidhaati hiikne jedhe midiyaadhan gurra nurra ciraa ture amma ijoolle Oromoo mana hidhaa turan mara isaani mana hidhaati deebisuuf garaa kutatee ka’eera!


Sababni xiyyaarri dheengadda dambidoolloo osoo hin bu’in deebi’eef kuno dhaggeeffadhaa.

WBO Oromiyaa irraa geeraraa jira
OSO oromo hundinuu akkanatti hidhaate dinaa ofiraa kaasse ture me video kanaa ilaala akkati isaan Jiraani Ijii Yoo arge Ragaadha warraa WBO Essa jira jedhuf


“Guddaata Ol’aanaa”
New Oromoo music 2019
“Beellametoo” hin hafne lafa dhira haadha koo naa yaadiin lafa dhira jira jedha Gootichi waraana bilisummaa Oromoo


VIVA Caalaa Dagaffa new music 2019


Hayyuu Siyaasaa fii Hawaasummaa Dr.Bulii Ejjetaa Shira OPDO’n dalagaa jirtu haala gaariin Tarreeysanii ibsan.


የሑመራ ህዝብ አብይ እና ገዱ ከሄዱ በሁላ፤ ለደ/ጽዮን ብቻ የሰጠው አክብሮት እና ፍቅር።Tigray Affairst


Goobantoota qabsoon Oromoo akka galma hin geenye weyyaaneen maallaqaan bittee mooraa qabsoo Oromoo keessatti qacartee turte keessaa isaan kun hangafoota. Har’as goochaa diinummaa isaanii jabeessanii itti fuufanii jiru. Waraabessoota gurguddoo kal’oo Oromummaa uffatanii Oromoo nyataa turanii fi nyaachaa jiraniidha.ardiin oromiyaa of jalaa isin hadebistuu

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.